Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dooktar Abiy Ruwaandaatti Inistiitiyuutii Eegumsa qonnaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ruwaandaatti Inistiitiyuutii Eegumsa Qonnaa daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash…
Magaalaa Gabra Gurraachaatti balaa tiraafikaan lubbuun namota sadii darbe
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa Bulchiinsa Magaalaa Garba-Gurraachatti balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 3 darbuu Waajjiri Poolisii Magaalichaa ibse.…
Addeessi yoo mul’atte Ayyaanni Iid Alfaxiir Kibxata kabajama-MMWDhII
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir baranaa, yoo Addeessi Wiixata galgala mul’atte Kibxata Ebla 1, 2016, yoo hinmul’anne Roobii Ebla 2, 2016 akka kabajamee oolu Manni…
Labsiin bulchiinsaa fi to’annoo kiraa manaa rakkoo dhiyeesii manaa ni fura-Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Labsiin bulchiinsaa fi to’annoo kiraa manaa rakkoon dhiyeesii manaa akka furamu taasisa jedhan Ministirri Ministeeraa Magaala fi Bu’uuraalee Misoomaa…
Qondaaltonni olaanoo mootummaa Indaastirii oomishaa Awutomootiivii Bishooftuu daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xurunaan durfamu Indaastirii Oomishaa Awutomootiivii Bishooftuu daawwataniiru.…
Finfinneetti hiriirri deegarsaa gaggeeffame nagaan xumuramuu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Finfinneetti hiriirri deegarsaa har’a gaggeffame nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksise.
Hiriirichi akka nagaan…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kiigaalii galan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muumme FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Ruwaandaa Kiigaalii galaniiru.
#Oromia #Ethiopia…
Aadde Adaanech hawaasa magaalatti galateeffatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota magaalattii hiriira ba’uun deeggarsaa isaanii argisiisan galateeffatan.…
Fiichee Cambalaalla misoomsuu fi beeksisuun gahee ummattoota Itiyoophiyaa cufaati-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Fiichee Cambalaalla, ulfinaa fi falaasama ummata Sidaamaa ibsuurra darbee, qabeenya guddaa biyya keenyaa waan ta'eef, misoomsu fi beeksisuun gahee…
Sona Fiichee Cambalaalaa Ijaarsa Biyyaaf fayyadamuu qabna-Obbo Dastaa Leeddamoo
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Sona Fiichee Cambalaalaa ijaarsa biyyaaf fayyadamuu qabna jechuun Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Dastaa Leeddamoon ibsan.
Ayyaanni “Fiichee…