Browsing Category
Oduu biyya keessaa
‘Start Up Ethiopia’n dargaggootaaf naannawaa hojii mijataa uumuun dameelee hojii rakkoo…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- "Start up Ethiopia"n hojii uumuu dargaggootaaf naannawaa mijataa uumuun dameewwan rakkoo furan banuuf kan kaayyeffate ta'uu Ministirri Muummee FDRI…
Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Ambaasaaddara Jaappan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Shibataa Hiroonorii waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Obbo Dastaa Leeddamoon Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon Jijjiiraa Bara Haaraa Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa…
Dhukkubsataa kalee fakkeessuun hiriyaa isaaniin maallaqa sassaabaa kan turan namoonni 10 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- Dhukkubsataa kalee fakkeessuun hiriyaa isaanii konkolaataa keessa ciibsuun maallaqaa gargaarsaa sassaabaa kan turaan namoonni 10 to’atamaniiru.…
Hawaasni Diyaaspooraa deeggarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf taasisu cimsee akka itti fufu…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraa deeggarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf taasisu cimsee akka itti fufu Waldaan Diyaaspooraa Itiyoophiyaa…
Misoomni kooriidarii carraa invastimantii fi tuuriizimii magaalotaa bal’isa-TKM
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- Pirojektiin misoomaa kooriidarii magaalotaa carraa invastimantii, tuuriizimii fi daldalaa akka bal’isu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Nageenya naannawaa garaagaraatti mirkanaa’aa jiru itti fufsiisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, bitootessa 26, 2016 (FBC)-Tarkaanfii Raayyaan Ittisaa Biyyaa ummata waliin ta’uun gareewwan fiinxaaleyyiirratti fudhataa jiruun,…
Magaala Jimmaatti Ayyaana Iid Al Faxir sababeeffachuun Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Magaala Jimmaatti Ayyaana Iid Al Faxir sababeeffachuun Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii madaalawaan dhiyaachuu Waajjirri Daldalaa magaalichaa…
Jilli lammiilee gara biyyaattis deebisuuf haala mijeessu tibbana gara Sa’udiitti imaluufi
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebiisuuf jilli haala mijeessu guyyoota itti aanaan gara Saa’ud…
Bitootessaa hanga Bitootessaatti Ashaaraa seenaa qabeessaa ijaaruuf humni Itiyoophiya dhabu…
Finfinnee, bitootessa 26, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan Bitootessaa hanga Bitootessaatti ashaaraa seenaa qabeessaa ijaaruun badhaadhina hundagaleessaa dhugoomsuuf humni dhabuun akka hinjirre…