Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Tiraafikaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe.
Konkolaataan…
Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqii fi deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1.72…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqii fi deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1.72 mallatteessaniiru.
Waliigalteen liqaa fi deeggarsaa kunis…
Magaalaa Dirre Dhawaatti hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti hiriirri deeggarsa Injifannoo Bitootessa 24 mata duree "Nageenya Keenya cimsuun Nageenyaa fi Badhaadhina Itiyoophiyaa ni…
Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa kabajamaa jira.
Ayyaanichi sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu…
Hirmaattota marii biyyaalessaa adda baasuun aanaalee 850 xumurame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)- Aanaalee 850 fi bulchiinsa magaalotaatti hirmaattoota marii biyyaalessaa hojiin adda baasuu guutummaatti xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Ayyaana Fiichee Cambalaalaa ilaalchisee ergaa baga ittiin iisn gahee…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Uummanni Oromoo Uummata Sidaamaa biratti bifa ho'aa ta'een kan kabajamu Ayyaana Fiichee Cambalaalaan baga isin ga'e…
Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa marsaa 2ffaaf gara biyyaa dhufaniif simannaan taasiifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa marsaa 2ffaan gara biyyaa dhufaniif Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti simannaan taasiifamaa jira.
Ministira…
Hojiilee misooma Sululaa milkaa’inaan raawwachuu dandeenyerra-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Hojiilee misooma Sululaa milkaa'inaan raawwachuu dandeenyerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Misoomni Koriidarii guddina hunda galeessa magaalichaaf qooda olaanaa qaba – Hayyoota
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) - Piroojektiin Misooma Koriidarii Magaalaa Finfinnee guddina hunda galeessa magaalichaaf qooda olaanaa qabaachuun Hayyoonni ibsan.
Hayyoonni,…
Naannichatti kaffaltiin kuufama Sooramaa eegalame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti gaaffii kaffaltii kuufama Sooramaa ture deebisuuf har'a kaffaltiin eegalamuu ibsameera.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…