Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shaashamanneetti mariin hawaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti mariin hawaasaa dhaadannoo ''Gargaaramummaarraa gara oomishtummaatti birmadummaa fi kabaja biyyaalessaatiif" jedhuun…
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti Mariin hawaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Bulchinsaa Magalaa Dirree Dhawaatti marii mata duree "Hirkattummaarraa gara omishtummaatti, Birmadummaa fi kabajaa Biyyaaf" jedhuun gaggeefamaa jira.…
Magaalonni Shaggarii fi Guwaanzhuun walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaggarii fi Chaayinaa Magaalaan Guwaanzhuun Walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee michummaa mallateessaniiru.
Waliigaltichas Kantiibaan…
Hojiileen msoomaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffaman daawwataman
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee, fi Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Araggaa Kabbadaa Magaalaa Finfinneetti hojiilee misoomaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 875 Saa’ud Arabiyyarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 875 Saa’ud Arabiyyarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen hunduu dhiirota yoo ta’an,…
Taanzaaniyaan tumsa nageenyaa fi tasgabbiin Itiyoophiyaa waliin qabdu akka cimsit ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Taanzaaniyaan nageenyaaf fi tasgabbiin tumsa Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Tajaajila…
Dilbii fi carraa biyyi keenya qabdu fayyadamnee oomishuun biyya keenya gara badhaadhinaatti…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Obbo Yirgaa Sisaayii fi hooggantoonni Naannichaa biroon hojiiwwan misoomaa Magaalaa…
Israa’eel lammiilee ishee afur Hamaasiin uggurmanii turan gadi dhiissiste
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Israa’eel lammiilee ishee afur Hamaasiin baatii Faranjootaa Onkoloolessa darbe uggurmanii turan gadi lakkisiiste.
Israa’eel giddugala Gaazaatti duula…
Xaa’oon kuntaalli miiliyoona 14.6 geejjibsiifamuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Bara oomishaa 2016/17’f xaa’oon biyyee kuntaala miiliyoona 19.9 alarraa bitame keessaa xaa’oon kuntaalli miiliyoona 14.6 geejjibsiifamuun buufata doonii…
Dorgommiin fiigichaa “Nageenyi hundaaf Hunduu nageenyaaf” jedhuun Waxabajjii 23 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigichaa mata duree “Nageenyi hundaaf Hunduu nageenyaaf” jedhuun sadarkaa biyyaalessaatti Waxabajjii 23, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu…