Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Puntilaandi hariiroo isaanii cimsuuf walii galan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Puntilaandi hariiroo damee hedduun qaban cimsuuf waliigaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Aadde Adaanech jiraattota Magaala Finfinnee kuma 127 oliif sagantaa maaddii qoodan eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota Magaalattii kuma 127 oliif sagantaa maaddii qooduu eegalchiisaniiru.
Aadde…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 28ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Haaluma kanaan hammattoo…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Luwaandaatti guyyuu balalii taasisuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti guyyuu balalii taasisu eegale.
Kanaan dura balaliin garasitti taasisu torbanitti…
Seenessi qeenxeen seenaa dhugaa biyya kanaa dhoksuun seenessi waloon akka dagatamu taheera-Aadde…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Seenessi qeenxeen seenaa dhugaa biyya kanaa dhoksuun seenessi waloon akka dagatamu taheera jedhan Afyaa’iin Caffee oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Daandiin Qilleensichaa Bakka keessumeessa Imaaltoota Buufata Xiyyaraa Jiinkaatti eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bakka keessumeessa Imaaltoota Buufata Xiyyaraa Jiinkaa ammaya’aa ijaarsise eebbisiise.
Saganticharratti Hojii…
Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa kabachiisuu fi tokkummaa lammiilee cimsuuf itti gaafatamummaa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa kabachiisuu fi tokkummaa lammiilee cimsuu keessatti itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Ministeerri…
Agarsiisni Imala waggoota 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa baname
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Agarsiisni imala waggoota 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti baname.
Agarsiisni kunis Biiroo…
Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuu biiliyoonni 5.2 qophaa’eera-BQO
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuu biiliyoona 5.5 qopheessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni…
Galma ce’umsa dijitaalessa dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Galma ce’umsa dijitaalessuu dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo ijootti fudhachuun socho’aa jirra jedhan Pireezidaantiin…