Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galma ce’umsa dijitaalessa dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Galma ce’umsa dijitaalessuu dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo ijootti fudhachuun socho’aa jirra jedhan Pireezidaantiin…
Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Maaritaayimii Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaatti Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Godina Jimmatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Godina Jimmatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamaa jiraachuu ibsame.
Godinichati bara kana lafa hektaara kuma 400 fi 40 irratti Qamadiin…
Itti Aanaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa Interpiraayizoota Oomishaa Magaalaa Finfinneetti argaman…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa Liisaa Roosan Interpiraayizoota Oomishaa Magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.
Ministirri…
Manni marichaa wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa ba’e raggaasiise
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa ba’e qorachuun raggaasiseera.
Mana…
Yaadamni ida’amuu jijjiiramni ilaalchaa haaraan akka dhufu daandii baneera – Obbo Ordiin…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Yaadamni ida'amuu Itiyoophiyaatti jijjiiramni ilaalchaa haaraan akka dhufu daandii kan bane ta’uu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo…
Bitooteessi 24 siidaa bilisummaa fi walqixummaa Itiyoophiyaanotaati! Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Bitooteessi 24 siidaa bilisummaa fi walqixummaa Itiyoophiyaanotaati jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Iromiyaa Obbo…
Teembariin Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf qophaa’ee eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Teembariin Yaadannoo Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf qophaa’ee eebbifameera.
Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa Hidha Haaromsa Guddichaa…
Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa Manneen jireenyaa ammayyaa Kuma 60 gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti sagantaa jalqabsiisa Ijaarsa Manneen jireenyaa ammayyaa Kuma 60 gaggeeffameera.
Ijaarsi…
Ergaan uummanni keenya dabarse imalli badhaadhinaa bu’uura jabaa irratti ijaaramaa jiraachuu…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Ergaan uummanni keenya dabarse imalli badhaadhinaa bu’uura jabaa irratti ijaaramaa jiraachuu mirkaneessa jedhan Pireeziddnatiin Mootummaa…