Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aalee damee Diinagdee fi Dippiloomaasiin argaman keessatti qoodni miidiyaalee olaanaa ture…
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Baatiiwwan jahan darban keessa bu’aalee damee Diinagdee fi Dippiloomaasiin argaman keessatti qoodni miidiyaalee olaanaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Feestivaalli Aadaa 15ffaan Magaalaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC)-Mata duree “Aadaalee keenya beekuun cabiinsa keenya wal’aanuu” jedhuun Feestivaalli Aadaa 15ffaan Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu banameera.…
Labsiin yeroo ariifachiisaa baatii afuriif akka dheeratu murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii nageenyaa fi tasgabbiin ummaataa kabachiisuuf Manni Maree Ministiroota labsee ture baatii afuriif akka dheeratu…
Namni dhuunfaan Birrii miiliyoona 1 fi Doolaara biyyoota garaagaraa karaa seeraan alaa mana…
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaan Birrii miiliyoona 1 fi Doolaara biyyoota garaagaraa karaa seeraan alaa mana keessatti kuusee argame to'atamuu…
Waliigaltee Piriitooriyaaf deebii qabatamaatu barbaachisa -TKM
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Waliigaltee Piriitooriyaaf deebii qabatamaan kan barbaachisu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Gaaffii ABUT tibbana Waliigalteen…
Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa Magaalaa Amboorratti agarsiifni Aadaa godinaalee Oromiyaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa 29ffaa fi Feestivaala 16ffaa Magaalaa Amboorratti gaggeeffamaa jirurratti agarsiifni Aadaa godinaalee dhiyaateera.…
Arsii Lixaatti xaa’oon kuntaalli kumni 200 qonnaan bultootaaf dhiyaachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Arsii Lixaatti xaa'oon kuntaalli kumni 200 qonnaan bultootaaf dhiyaachuun Eejensiin Babal’inaa Waldaalee Hojii Gamtaa Godinichaa beeksise.
Hoji…
Waggoottan sadan dhufan keessa lakkoofsa Manaa fi Ummataa gaggeesuuf karoorfamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Waggoottan sadan dhufan keessa lakkoofsa Manaa fi Ummataa gaggeesuuf karoorfamuu Ministeerri Pilaanii fi Karooraa beeksise.
Ministeerichi hojiilee…
Manneen jireenyaa lammiilee harka qalleeyyiif ijaaraman fayyadamtootaaf dabarfaman
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa Magaalaa Booleetti manneen jireenyaa lammiilee harka qalleeyyiif ijaaraman fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.
Gamoon ammayyaa…