Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Awwaluun durfamu Waayyuu Tuqaatti inisheetiivii misoomaa garagaraa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu hojiiwwan misoomaa Godina Wallagga Bahaatti hojjetamaa jiran…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Buufata Xiyyaraa 5 ijaarsisaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa buufata Xiyyaaraa biyyaa keessaa 5 dabalataan ijaarsisaa jiraachuu beeksise.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daandii…
Itiyoo Teeleekoom barattoota qaama midhamtootaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Itiyoo Teeleekoom Fedeereshinii Waldaalee Miidhamtoota Qaamaa itiyoophiyaa waliin ta’uun barattoota qaama midhamtootaf deeggarsaa meeshalee Birrii…
Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa Naannolee garaagaraatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa Naannolee fi bulchiinsa magaalotaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Haaluma kanaan, Jilli…
Hawaasni Dhiiga arjoomuu akka amaleeffatuuf waamichi dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Hawaasni Aadaa dhiiga aarjomuu akka guddisuu fi lammiilee dhiigni barbachisuuf akka qaqqabu Tajaajilli Baankii Dhiigaa Itiyoophiyaa waamicha…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Gita isaanii Giriik Waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Gita isaanii Giriik Kaatiriinaa Sakelaroppooluu waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Saahilawarqi Yaa’ii…
Garee Itiyoo-Injiinaringii fi Gareen Invastiimantii ‘O-Pirodiwuus’ waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Garee Itiyoo- Injiinaringi fi Garee Invastiimantii ‘O-Pirodiwuus’ waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltichas Hojii Raawwachiisaa…
Shakkamtoonn Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkoraa fi jeequmsa uumuuf socho’aa turan…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Shakkamtoonn Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkoraa fi jeequmsa hidhannoon deeggarame uumuuf socho'aa turan to'atamuu Humni Waloo Tikaa fi…
Dooktar Abiy Ahimad dureewwanii fi Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dureewwanii fi Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufaniif sagantaa Ifxaraa…
Dooktar Abiy Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka buutoota hawaasa Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin mari'ataniiru.…