Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma tumsaan ittisuu danda’anirratti…
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma dabalatee yakkoota gurmuun raawwatamu tumsaan ittisuu danda'anirratti mari'ataniiru.
Daayrektarri…
Aadde Adaanech sosochii karoora guyyoota 90 haaraa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hooggansa sadarkaa magaalaa hanga aanaa jiran waliin raawwii hojii gamaggamuun sosochii karoora…
Jilli Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittifaan durfamu Godina Geedee’ootti piroojektiin Bishaan…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) -Jiili Ministira Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittifaan durfamu naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Geedee'ootti piroojektiin…
Xiyyaara “Tsahaay” Mootummaa Xaaliyaaniirraa ifatti deebifachuu keenyaan…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Har'a guyyaa itti xiyyaara "Tsahaay" Mootummaa Xaaliyaaniirraa ifatti deebifanne waan ta'eef, Itiyoophiyaanoonni hundi guyyaa guddaa itti boonanidha…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi hojii dhabbabdummaa hir’isuuf tumsa waloo gaafata jedhame…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi hojii dhabbabdummaa hir’isuun tumsa waloo kan gaafatu ta’uu Bulchiinsi Mootummaa naannoo Kibba Itiyoophiyaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi agarsiisa horsiisee bultoota gaanfa Afrikaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen agarsiisa horsiisee bultoota gaanfa Afrikaa daawwataniiru.
Akksumas Daayrektarri Olaanaa Tajaajilaa…
Qorannoo raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016, guyyoota afran darbaniif taasisaa turre har’a…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Qorannoon raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016, guyyoota afran darbaniif taasifamaa ture goolabamuu Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Rakkoo uummataa bu’uuraan furuuf xiiqii olaanaan hojjachuu qabna – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Paartii fi Mootummaa naannoo Oromiyaa baatiiwwan jahan darbanii Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Xaaliyaanii waliin dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Ji’oorjiyaa Meeloonee waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Finfinneetti buufata dhangal’aa qulqulleessu ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti buufata dhangal’aa qulqulleessu ijaaruuf dhaabbata ijaarsaa CGCOC jedhamu waliin waliigalteen mallattaa’eera.
Piroojektiin…