Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Siwiizarlaandi hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Siwiizarlaandi hariiroo dippiloomaasii qaban walta’iinsaan caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Hojjetaan Daandii Qilleensaatti malaammaltummaa fi dhamaatii imaltootarratti raawwachuun shakkaman…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Dhiyeenya hojjettoonni Daandii Qilleensaa Idil Addunyaa Booleetti malaammaltummaa fi dhamaatii imaltootarratti raawwachuun shakkame to'annoo jala…
Dooktar Abiy Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Dooktar Usmaan Diyoon galateeffatan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Dooktar Usmaan Diyoon galateeffataniiru.
Dooktar Abiy ergaa…
Nageenyi sirna faayinaansii hunduu eegamaa waan ta’eef hawaasni sodaa malee fayyadamuu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Dhaabbilee Faayinaansii hundatti nageenya sirna faayinaansii hunduu eegamaa waan ta'eef hawaasni sodaa malee tajaajila faayinaansii fayyadamuu itti fufuu…
Sagantaan Kadhannaa Kaawunsilii Waldaalee Kiristiyaanaa Amantoota Wangeelaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Sagantaan Kadhannaa Kaawunsilii Waldaalee Kiristtiyaanaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa jira.…
Yuunivarsiitiiwwan hojiilee hojiirra oolchaa jiran bu’aa qabeessa taasisuuf itti gaafatamtonni…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)- Dhaabbileen Barnoota Olaanoo hojiilee jijjiiraamaa hojiirra oolchaa jiran bu’aa qabeessa taasisuuf itti gaafatamtoonni damichaa xiyyeeffannaan akka…
Paarkiiwwan Indaastirii fi Naannawaa Daldala Walabaatti lammiilee kuma 100 oliif carraan hojii…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan Koorporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa jalatti bulan 12 fi Naannawaa Daldala Walabaa Dirree Dhawaatti lammiilee kuma…
Sababa daangaan rakkoo siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdee Naannoo Tigraayii fi Amaaraatti muudate…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Koreen Biyyaalessaa gaaffii daangaa bulchiinsaa Tigraayiifi Amaaraa bu'uura heera mootummaan deebisuuf hundaa'e gamaggama hojii gaggeesseera.
Sababa…
Mootummaan waggoota afran darbaniif Inisheetivoota qonna naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasan…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) -Mootummaan naannoo Oromiyaa waggoota afran darbaniif Inisheetivoota qonna naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasan babal’isuu irratti kan argamu…
Har’a jiraattoonni kumaatamaan lakkaawwaman Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Yaadannoon Injifannoo Adwaa daawwattootaaf banuu ta'uu hordofee har'aa jiraattoonni magaalaa Finfinnee kumaatamaan lakkaawwaman galhambicha daawwachuu…