Browsing Category
Ispoortii
Dorgommiin Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna baniinsa…
Kooriyaan Kaabaa Oliimpikii Tookiyoorratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa sababa Covid -19f Oliimpikii Tookiyoorratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksiiftee jirti.
Piiyoongiyaang dhibee Covid…
Aadde Adaanach Abeebee bakka butoota maatii ispoortii waliin dhimma sochii ispoortii…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee bakka butoota maatii ispoortii waliin sochii ispoortii magaalaa fi dhimmoota…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaaf badhaasaa jajjabeessituu…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaaf darbeef badhaasaa jajjabeessituu laateera.…
Aadde Adaanach Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti darbe
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti darbeera.
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Nijarii fi Madagaaskaar qixa bahuun walqabatee…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa gita isaa Ayivoorii Koost waliin…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaaf darbuuf har’a tapha murteessaa gita isaa Ayivoorii Koost waliin…
Sudaan Waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Sudaan Afrikaa Kibbaa 2 fi 0n injifachuun Waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffateerti.
Sudaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Afrikaa…
Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamte
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun oolmaa biyyaaf oolteen Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamteerti.
Nishaaniin Warqee Giraama 350…