Browsing Category
Ispoortii
Falmii yaaddoo gara gadiitti bu’uurraa ooluuf taasifamu…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Sarara gara gadii bu’uurraa qabxii tokkoon qofa fagaatee kan argamu Tootenhaam morkiin har’a Kiristaal Paalaas waliin taasisu ni eegam.
Sagantaan…
Dippiloomaasiin Ispoortiifi hojiin bu’uuraalee misoomaa Ispoortii keenya bu’aa buusaa jira-…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Hariiroon Idil-addunyaafi dippiloomaasiin Ispoortii akkasumas hojiin bu’uuraalee misoomaa Ispoortii keenya bu’aa buusaa jira jedhan Kantiibaan…
Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Bunni Sidaamaa Faasiil injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Bunni Sidaamaa galchii 1 fi…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’a taphoonni 5 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 29ffaan har’a taphoonni murteessoon 5 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 jalqabee taphoonni 4 kan taphataman…
Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar qixa ba’an
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Itiyoophiyaa Madin fi Magaalaan Shaggar 1 fi 1'n qixa ba'aniiru.
Galgala Sa'aatii…
Piriimer Ligii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) - Sagantaa taphaa piriimer Liigi Ingilaandi torbee 29ffaan har'a galgala taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan hirmaannaa Shaampiyensi Liigii…
Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Morkii darbii Landaniin Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Arsenaal galchii 2 fi 1'n Cheelsii injifateera.
Arsenaal qabxii…
Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffate
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiiliiz torbee 28ffaa galgala kana taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara…
Falmii Arsenaali fi Cheelsii …
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasifamu akkaan eegama.
Dursaan liigichaa Arsenaal dursummaa…
Liivarpuul Westihaam Yuunaaytidiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan Liivarpuul Weestihaam Yunaayitidiin 5fi2'n injifateera.
Galgala sa'aatii 12 irratti tapha…