Kooriyaan Kibbaa Saatalaayitii basaasaa gara hawaatti furgugsuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Saatalaayitii basaasummaa waraanaa jalqabaa gara Hawaatti furgugsuu beeksifte.
Kooriyaan Kaabaa tibba darbe saatalaayitii basaasaa…
Baatiiwwan sadan darban hawaasa daldalaa kuma 500 oliif tajaajilli oonlaayinii kennameera
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban miseensota hawaasa daldalaa kuma 500 ol ta’aniif eeyyama daldalaa dabalatee tajaajiloota walqabatan biroo karaa oonlaayinii…
Itiyoo Teeleekoom Tigraayitti Tajaajila Intarneetii 4G eegalchiise
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Itiyoo Teeleekoom magaaloota naannoo Tigraayitti Tajaajila Intarneetii 4G eegalchiisuu beeksise.
Magaaloota akka Maqalee, Shiree, Adda Giraatii fi…
Dorgommiin biyyoolessaa hojii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa eegalame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin biyyoolessaa 8ffaan hojii kalaqaa barattootaa fi barsiisotaa Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneetti eegalameera.
Hojiin…
Teeknooloojiin Hojiilee ijaarsaa bakka tokko taa’aanii to’achuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Teeknooloojiin ammayyaa hojiilee ijaarsaa giddu gala tokkorraa to'achuuf dandeessisu ifoomeera.
Korporeeshiniin hojiilee Ijaarsaa Itiyoophiyaa hojiilee…
Appilikeeshiniin caalbaasii dijitaalawaan “Akshin Itiyoophiyaa” jedhamu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Appilikeeshiniin caalbaasii dijitaalawaan “Akshin Itiyoophiyaa” jedhamu hojii eegale.
Appilikeeshinichi dhaabbilee mootummaa, dhaabbilee dhuunfaa…
Tajaajilichi hojmaaata E -Tikkeettingii ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjibaa fi Paabiliik Sarvisii hojmaaata Tikkeettii Elektirooniksii ifoomseera.
Tajaajilichi maamiltootaaf tajaajila kennu…
Haleellaan nageenya Saayibarii harki caaluu sababa hanqina hubannoon kan mudatu ta’uu ibsameera
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Haleellaan nageenya Saayibarii % 80 -90 sababa hanqina hubannoo fayyadamtootaan kan mudatu ta’uu ibsameera.
Baatiin nageenya Saayibarii…
Chaayinaan Mankuraakura nama baattu furguuggisuufi
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Chaayinaan Mankuraakura nama baattu gara Hawwaatti furguuggisuuf ta’uu Dhaabbanni Qorannoo Hawaa biyyattii beekksise.
Mankuraakurri ‘Sheenzhuu…
Tajaajilli Faayinaansii Dijitalawaan “Kaachaa” Jedhamu tajaajila eegale
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Tajaajilli Faayinaansii Dijitalawaan sanadaa kaffaltii dhuunfaa kennu “Kaachaa” jedhamu tajaajila kennuu eegale.
Itiyoophiyaatti taajailichi kan…