Ityoo Teelekoom Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaaree hojii jalqabsiise
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itiyoo Teelekoom Magaalaa Shaashamannee mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaare hojii…
Chaayinaan yaalii balallii xiyyaara C-919 taasifte
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Chaayinaan yaalii balallii xiyyaara yeroo jalqabaaf hojjette xiyyaara daldalaa C-919 jedhamu taasisuu Korporeeshiniin Xiyyaarota Daldalaa Chaayinaa…
Hanna odeeffannoo ittisuufi imaammataa fi tarsiimoo nageenya saayibarii bocuurratti deeggarsi…
Finfinnee, Adoolessa 21,2014 ( FBC)- Hanna odeeffannoo ittisuufi imaammataa fi tarsiimoo nageenya saayibarii bocuurratti deeggarsi dhaabbilee gidduutti taasifamu barbaachisaa ta’uu ibsame.…
Ityoophiyaan yaa’ii bulchiinsa marsariitii idil addunyaa 17ffaa gaggeessiturratti biyyoonni Afrikaa…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan yaa’ii bulchiinsa marsariitii Idil addunyaa 17ffaa bara dhufu gaggeessiturratti biyyoonni Afrikaa dammaqinaan akka hirmaataniif waamicha…
Bara 2014tti haleellaan saayibarii dhaabbilee 99 irratti raawwachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014(FBC)- Bara 2014tti haleellaan saayibarii sadarkaa gadi aanaa fi olaanaa dhaabbilee 99 irratti raawwachuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo ibse.
Hanqinaalee…
Chaayinaan roobootii galaana keessa hanga meetira kuma 6tti fagaatee sakatta’u beeksifte
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Chaayinaan roobootii galanaa keessa gadii fagaachuun hanga meetira kuma 6tti sakattaa’uu danda’uu hojjechuun beeksifteetti.
Roobootiin kunis meeshaa…
Qorattoonni Yuunivarsiitii Finfinnee qoricha dhibee Muka Bunaa gogsu ittisu argatan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Qorattoonni Yuunivarsiitii Finfinnee qoricha dhibee Muka Bunaa gogsu ittisu argachuu beeksiisaniiru.
Qorattoonni Yuunivarsiitii Finfinnee…
Waliigalteen tikeettii lootarii gama diijitaalaan dhiyeessuu dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ityoo-Telekoomiifi Bulchiinsi Lootarii Biyyaalessaa waliigaltee tikeettii lootarii gama diijitaalaan dhiyeessuu dandeessisu waliif mallatteessan.…
Ityoophiyaatti lammii ogummaa teeknooloojii diijitaalaa qabu uumuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti lammii Ogummaa teeknooloojii diijitaalaa qabuu fi dorgomaa ta’e uumuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii…
Konkolaattonni “Green Transport” jedhaman hojii eegalan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Konkolaattonni “Green Transport” jedhaman har’a hojii eegalaniiru.
Konkolaattonni kunneen Dhaabbata “Green Tech Africa” jedhamuun kan oomishaman yoo…