Eloon Mask waligaltee Doolaara biiliyoona 44 Tiwitarii bituuf ture haqe
Finfinnee, Adoolessa 2, 2014 (FBC)- Eloon Mask waligaltee doolaara bil. 44n Tiwitarii bituuf ture haquu gabaafame.
Eloon Mask miidiyaa hawaasummaa Tiwiitarii doolara biliyoona 44’n bituuf…
Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa qopheessuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa qopheessuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii ibse.…
Ogeeyyiin Ministeera Fayyaa qonnaa magaalaa ammayyeessuuf sirna odeeffannoo kalaqan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Ministeera Fayyatti Ogeeyyiin Teeknooloojii fi Odeeffannoo Tajaajila Dhiyeessii Qorichootaa Ityoophiyaa sirna odeeffannoo bulchiinsa qonnaa magaalaa…
Ityoophiyaan kuusaa ragaa biyyee irratti qonna ICT jalqabde
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Waggoottan sadan darbaniif qophiirra kan ture kuusaan ragaa biyyee biyyaalessa Ityoophiyaa guutumaa guutuutti xumuramuun sirni jalqabbii kuusaa ragaa…
Magaalaa Adaamaatti agarsiisni saayinsii fi teeknooloojii baname
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Kaaffee Saayinsii Adaamaatti agarsiisa saayinsii fi teeknooloojii banuu ibsameera.
Agarsiisicha…
Turk konkolaattota humna elektirikaan hojjetaniif bu’uuraalee misoomaa diriirsuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Turk hanga bara faranjootaa 2030tti konkolaattota humna elektirikaan hojjetaniif bu’uuraalee misoomaa diriirsuuf qophii ta’uu beeksisteerti.…
Iraan Rookeetii Saatilaayitii furguggisuu beeksifte
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Teehraan Sagantaa Hawaa Biyyaalessaa babal’isuuf rookeetii saatilaayitii yaaliif furguggisuu beeksifteetti.
Rookeetiin Dilbata kaleessaa…
Chaayinaan bara Faranjootaa 2028tti buufata maddaa anniisaa aduu hawaa jalqabaa ijaaruufi jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Chaayinaan bara Faranjootaa 2028’tti buufata madda anniisaa Aduu hawaa jalqabaa ijaaruuf karoorfachuu beeksisfte.
Buufata maddisiisa anniisaa Aduu…
Ityoophiyaatti Inistiityuutiin Misooma Kennaa Addaa Innooveeshinii fi Teeknooloojii yeroo jalqabaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti isa jalqabaa kan ta’e ijaarsi Inistiityuutii Misooma Kennaa Addaa Innooveeshinii fi Teeknooloojii xumuramuun ogeeyyii leenjisuu…
Waldorgommiin kalaqaa barnoota saayinsii fi Herregaa barattootaa fi barsiisota gidduutti…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Akka Naannoo Oromiyaatti waldorgommiin kalaqaa barnoota saayinsii fi Herregaa guyyoota 2’f barattootaa fi barsiisota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa gidduutti…