Ityoo Teeleekoom sirna kaffaltii Bilbilaa ‘Teelee Birrii’ ifatti eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom sagantaa sirna kaffaltii Bilbilaa ‘Teelee Birrii’ eegalchiisuu Addabaabayii Michummaatti gaggeeffame.
Saganticharratti Muummee…
Caccabaan qaama Rokkeettii Chaayinaa Ityoophiyaatti kufuu waan danda’uuf of eeggannoo taasiifamuu…
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – To’annoo ala kan taate Caccabaan qaama Rokkeettii Chaayinaa Ityoophiyaatti kufuu fi dhiisuu isaa wanti beekkama jiraachuu baatus of eeggannoon…
Dorgommii kalaqaa,teeknooloojii qorannoo fi qo’annoo gochaa biyyaalessaa olaantummaa magaalaa…
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Agarsiifni dorgommii kalaqaa,teeknooloojii, qorannoo fi qo’annoo gochaa biyyaalessaa 2ffaa olaantummaa magaalaa Finfinneen xummurameera.…
Daandiin qilleensicha Afrikaatti yeroo jalqabaaf appiileekishiin odeeffannoo qorannoo fi talaallii…
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa appiileekishii bilbila sochootuu odeeffannoo qorannoo fi talaallii vaayrasii koroonaa imaltoota qabatu fayyadamuun…
NASAn heliikooptarii gara Maarsiti erge
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Injiinaroonni Dhaabbata Qorannoo Hawaa Ameerikaa NASAn yeroo jalqabaaf Heliikooptarii gara Maarsiti erguu beeksiisan.
Helikooptarri Maarsitti…
Ityoo Teeleekoom naannoo Kibbaa damee Kibba Lixaatti tajaajila 4G LTE Advaansiid eegalchiise
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom naannoo Kibbaa damee Kibba Lixaatti tajaajila 4G LTE Advaansiid eegalchiisuu beeksiise.
Magaalaa Walaayitaa Sooddoo,…
Ityoophiyaatti agarsiifni qorannoo Intalajansii Artiifishaalii jalqabaa baname
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti agarsiifni qorannoo Intelajansii Artiifishaalii jalqabaa magaalaa Finfinneetti baname.
Agarsiisa qorannoo qophaa’e…
Bilbillii appilikeeshinii daqiiqa 3 keessatti ijaa ilaaluun vaayrasii koroonaa qoratu hojjetame
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Jarmaan bilbilaa appilikeeshinii daqiiqa 3 keessatti ijaa ilaalee suuraa kaasuun (iskaan) gochuun vaayrasii koroonaa qoratuu hojjechuu beeksise.…
Dhaabbanni Facebook fuulawwan Gibts taa’anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Dhaabbanni guddichi miidiyaa hawaasummaa Facebook fuulawwan Gibts taa'anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo tatamsaasan haquu…
Ityoo Teeleekoom Damee Bahaatti tajaajila 4G LTE advaansiid eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom Damee Bahaatti tajaajilli 4G LTE advaansiid eegaluu beeksiise.
Jigjigaa, Godee, Faqii, Dagaahaabuur, Qabira Biyaahi,…