Yuunvarsiitiin Baahir Daar hoomaa Awwaannisaa ittisuuf kan oolu biifa keemikaala humna elektiriikaan…
Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Yuunvarsiitii Baahir Daar hoomaa Awwaannisaa ittisuuf kan oolu biifa keemikaala humna elektiriikaan biifu hojjechuu beeksise.…
Ejansiin Nageenya Infoormeeshinii hojmaata eeruu malaamaltummaa fi qabeenyaa ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ejansiin Nageenya Infoormeeshinii tajaajila hojmaata eeruu malaamaltummaa fi qabeenyaa fooyyeessuu ifoomse.
…
Dhaabbileen nageenyummaa saaybarii isaanii eeggachuuf yaadota furmaata fudhachuu qaban
Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC0- Dhaabbileen nageenyummaa saaybarii isaanii eeggachuuf yaadota furmaata fudhachuu qaban Eenjansiin Nageenya Infoormeeshinii ifoomseera.
Ragoonni…
Tiwuutariin barreeffama Tiraamp waa’ee sagalee kennuu barreessan duraa dhokse
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2013 (FBC) – Tiwuutariin barreeffama Tiraamp waa’ee sagalee kennuu barreessan duraa dhokse.
Dhaabbanni Tiwuutarii sagaleen filannoo Ameerikaa kennamuuf…
Kaappiteen Qaalkidaan Girmaa sadarkaa balaliisaa olaanaa Erbaasii E-350 argachuun dubartii…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Kaappiteen Qaalkidaan Girmaa sadarkaa balaliisaa olaanaa Erbaasii E-350 argachuun dubartii Ityoophiyaa jalqabaa taatitti.
Daandiin qilleensa…
Hojmaanni fayyadamtoonni seera qabeessummaa qorichaa bilbilaan mirkaneessuu danda’an ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Hojmaanni fayyadamtoonni seera qabeessummaa qorichaa bilbilaan mirkaneessuu danda’an ifoomuu ibsame.
Abbaan Taayitaa Nyaataa fi…
Lammiin Ityoophiyaa saamunaa harkaa bifa huccuu fakkaatuun kalaqe
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Lammiin Ityoophiyaa saamunaa harkaa bifa huccuu fakkaatuun kalaquu ibsame.
Weerarri vaayrasii koroonaa dhiibbaa inni gama hedduun…
Appilikeeshiniin walbichiisisaa feesbuukii hawaasa Ityoophiyaaf eegale
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Appilikeeshiniin walbichiisisaa feesbuukii hawaasa Ityoophiyaaf eegale.
Dhaabbanni Feesbuukii tumsa marsariitii feesbuukiin oomishaalee hojjetaman…
Waliigalteen sirna odeeffannoo hojii gabaa ammaayyeessu dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Waliigalteen sirna odeeffannoo hojii gabaa ammaayyeessu dandeessisu mallattaa’e.
Waliigalticha Ministira Innoveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar…
Yuunvarsiitiin Jimmaa meeshaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dandeessisu haaraa ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) - Yuunvarsiitiin Jimmaa meeshaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajilu ‘Altiraa Vaaywuleetti Yuubii’ jedhamu ifoomse.
Meeshaan…