Giddugalli Daataa ragaa olaanaa baachuu danda’u ijaarramuufi
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinnee Paarkii ICT keessatti Giddugalli Daataa ragaa olaanaa baachuu danda'u ijaarramuufi jedhame.
Dhaabbata 'Wiing Afrikaa' jedhamuun kan…
Lammiilee Ityoophiyaa naannoo baadiyyaa jiraataniif madda annissa ammayyaa fi Teeknooloojii waliin…
Finfinnee, Amajjii 7,2013 (FBC) - Lammiilee Ityoophiyaa naannoo baadiyyaa jiraataniif madda annissa ammayyaa fi Teeknooloojii waliin ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Inistiityuutichi ragaa Saatalaayitirraa argamu sirnaan hojiirra oolchuu akka qabu eerrame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Inistiityuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa ragaawwan Saatalaayitirraa argamu sirnaan hojiirra oolchuu akka qabu koreen dhaabbii dhimmoota…
Oromiyaan ragaa hojjettoota naannichaa kuma dhibba 5 diijitaala taasiisuuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Biiroon Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa ragaa hojjettoota naannichaa kuma dhibba 5 diijitaala taasiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise…
Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 80 kan ijaarrame bu’uuraaleen misoomaa ICT eebbifame
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Kutaalee magaalaa Qiirqoos, Araadaa fi Kolfee Qaraaniyootti bu’uuraaleen misoomaa Infoormeeshin Koomiinikeeshiin Teeknooloojii Birrii miiliyoona…
Haakerootni meeshaa talaallii vaayirasii koroonaa qorrisiisuuf gargaaru irratti xiyyeeffachuu himame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Haakerootni meeshaa talaallii vaayirasii koroonaa qorrisiisuuf gargaaru irratti xiyyeeffachuu himame.
Walitti hidhaminsi ykn cancalli oomisha…
Ityoophiyaan Saatalaaytii ETRSS -1 yeroo jalqabaaf gara hawaatti ergite ifatti Chaayinaa harkaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Saatalaaytii ETRSS -1 yeroo jalqabaaf giddugala furguga Saatalaayitii Chaayinaa magaalaa Taaywaanii gara hawaatti ergite ifatti Chaayinaa…
Saayintistoonni teeleeskooppii haaraa fayyadamuun kaartaa hawaa haaraa qopheessan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC) – Saayintistoonni Awustiraaliyaa teeleeskooppii foyya’aa fi haaraa gammoojji keessa jiru fayyadamuun gaalaaksiiwwan haaraa miiliyoona argachuusaanii…
Dhaabbatichi dubbisa lakkooftuu haaraa ammaayyawaa ta’e hojiirra oolche
Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa dubbisa lakkooftuu haaraa ammaayyawaa sadarkaa idil addunyaa eeggate hojiirra oolchuu beeksise.
Dubiftuun haaraan…
Magaalichatti Awutoobisii humna elektiriikaan socho’u yaaluu eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Awutoobisii humna elektiriikaan socho’u yaaluu eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame.
Biiroon Geejjibaa magaalaa…