Hojimaannii bu’aan qorannoo vaayrasii koroonaa ergaa gabaaba bilbilaan beeksisu eegale
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Hojimaannii bu’aa qorannoo vaayrasii koroonaa qoratamtootaaf ergaa gababa 8335 bilbilaa isaaniin akka qaqqabuu taasisu eegalu Inistiityuutin Fayyaa…
Feesbuukii fi Twiitariin neetwoorkii Raashiyaa cufan
Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC)- Feesbuukiin garee Raashiyaa keessatti dhiibbaa guddaa uumuu danda’an jedhaman jalaa neetworkii akkaawuntiisaanii cufeera.
Akkaawuntiiwwan kanneen…
Bilbiloonni ismaart 5G bara Faranjoota 2023 gabaa addunyaa walakkaan ni to’aatu jedhameera
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC)- Bilbiloonni ismaart dhaloota 5ffaan (5G) bara Faranjoota 2023 gabaa addunyaa walakkaan ni too’atu jedhameera.
Weerara vaayrasii koroonatin diinagdeen…
Ityoophiyaatti wixineen qajeelfama itti fayyadama xiyyaara nama maleessaa qophaa’e
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Aviiyeeshinii Ityoophiyaa wixinee qajeelfama itti fayyadama Xiyyaara nama maleessaa qopheessuu beeksise.
Naannoo…
Daandiin qilleensichaa yeroo jalqabaaf Koochoo xiyyaaraarrati fooyya’iinsa taasise
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaatti ogeeyyiin suphaa yeroo jalqabaaf koochoo Xiyyaaraarratti fooyya’iinsa Mahandisummaa taasisan.
…
Bara baajataa 2012tti aggaammiiwwan saaybaraa 787 fashaleessuun danda’ameera
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Bara baajataa 2012tti aggaammiiwwan saaybaraa 787 fashaleessuu isaa Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii beeksise.
Itti aanaan daayreektara…
Ityoophiyaan bara dhuftu jalqabarra saatalaayitii lammaffaashee gara hawaatti erguufi
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan bara dhuftu jalqabarra saatalaayitii lammaffaashee gara hawaatti kan ergitu ta'uu Inistiitiyuutiin Saayinsii Speesii fi Teeknooloojii…
Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu ibsame
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu ibsame.
Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii…
Teeknooloojiin biyyattiin fayyadamtu gadi aanaa ta’uun, diinagdeerratti dhiibbaa uumera…
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Teeknooloojiin biyyattiin fayyadamtu gadi aanaa ta'uun, diinagdeenis gadi aanaa akka ta'u dhiibbaa taasiseera.
Ityoophiyaan lafaa fi humna…
Feesbuukii fi Twiitarri fuula miidiyaa hawaasummaa Traamp irratti tarkaanfii fudhatan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Feesbuukii fi Twiitarri fuula miidiyaa hawaasummaa preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp irratti tarkaanfii fudhatan.
Miidiyaaleen…