Waliigalteen sirna odeeffannoo hojii gabaa ammaayyeessu dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Waliigalteen sirna odeeffannoo hojii gabaa ammaayyeessu dandeessisu mallattaa’e.
Waliigalticha Ministira Innoveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar…
Yuunvarsiitiin Jimmaa meeshaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dandeessisu haaraa ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) - Yuunvarsiitiin Jimmaa meeshaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tajaajilu ‘Altiraa Vaaywuleetti Yuubii’ jedhamu ifoomse.
Meeshaan…
Dubaroonni miidhaa gama onlaayiniin irra ga’uuf jecha waltajjii miidiyaa hawaasaarraa adda citaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Dubaroonni miidhaa gama onlaayiniin irra ga’uuf jecha waltajjii miidiyaa hawaasaarraa adda citaa jiru – Qorannoo
Miidhaa gama onlaayiniin dubaroota…
Uggura Tiiktookirra taa’ee ture abbaan seeraa yeroo hin murtooneef kaasan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Uggura Tiiktookirra taa’ee ture abbaan seeraa yeroo hin murtoofneef kaasan.
Tiiktook guyyaa kaleessaa eegalee namootni Ameerikaa buusanii akka itti…
Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuu eegalte
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuu eegalte.
Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda…
Qoqqoobbiin Ameerikaa dhaabbata Hiwawweetti qormaata cimaa ta’e
Finfinnee Fulbaana 13, 2013 (FBC)-Hogganaan Hiwawwee dhaabbata guddicha Chaayinaa teeleekoomiyunikeeshin qoqqoobbiin Ameerikaa dhaabbatichatti qormaata cimaa ta’uu himaniiru.
Hiwawween…
Ityoophiyaan Saatalaayitii 2ffaa baatii Muddee gara Hawwatti furguugufi
Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa Saatalaayitii 2ffaa qorannoo dacheef gara Hawaatti baatii Muddee 2013 furguuguuf ta’uu…
Tiwuutariin suuraa fuula nama gurraacharraa kan warra adiif loogu ta’uusa ibsame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Tiwuutariin suuraa fuula nama gurraacharraa kan warra adiif loogu ta’uusa ibsame.
Tiwuutariin suuraa fuula nama gurraacharraa kan warra adiif loogu…
Bulchiinsi Tiraamp Wiichaatiin akka hin uggurre manni murtii murteesse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Tiraamp Wiichaatiin akka hin uggurre manni murtii murteesse.
Ameerikaan abbummaan isaa Chaayinaa kan ta’e appilikeeshinii Wiichaat ittisuuf…
Ejansichi odiitii saaybarii nageenyaatin dhaabbilee 31 irratti hanqina adda baasuu ibse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013(FBC)- Eejansii Nageenya Infoormeeshinii baajata bara 2012 odiitii saaybarii gaggasseen dhaabbilee 31 ta’aan irratti saaxilamummaa haleellaa saaybarii adda baasuu…