Browsing Category
Idil Addunyaa
Gareen walitti hidhamiinsa idil addunyaa Afrikaatti gareewwan finxaaleeyyii dhabamsiisuuf tattaaffii…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Gareen walitti hidhamiinsa idil addunyaa Afrikaatti gareewwan finxaaleeyyii dhabamsiisuuf tattaaffii taasisuu akka itti fufu beeksiseera.
Gareen…
Ameerikaan Raashiyaa waliin waraana bakka bu’iinsaa gaggeessaa jirti- Preezdaantii Raashiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Ameerikaan Raashiyaa waliin waraana bakka bu’iinsaa gaggeessaa jirti jechuun Preezdaantiin Raashiyaa duraanii Diimiitrii Meediveediiv ibsan.…
Preezdaantiin Yuukreen jalqabaa Liiyooniid Kiraavchuuk boqotan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Yuukreen jalqabaa Liiyooniid Kiraavchuuk addunyaa kanarraa du’aan boqochuu dhaga’ame.
Preezdaantichi umrii waggaa 88ffaa isaaniin addunyaa…
Yaa’iin Faayinaansii Baha Afrikaa 5ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Yaa’iin Faayinaansii Baha Afrikaa 5ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee…
Yuun Suuk Yool Preezdaantii haara Kooriyaa Kibbaa ta’uun kakuu raawwatan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Yuun Suuk Yool Preezdaantii haara Kooriyaa Kibbaa ta’uun Mana Maree Biyyaalesaa magaalaa Sii’uulitti argamutti kakuu raawwataniiru.
Preezdaantichi…
Yaa’iin idilee 14ffaan raayyaa ittisaa fi nageenyaa Gamtaa Afrikaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Yaa’iin idilee 14ffaan raayyaa ittisaa fi nageenyaa Gamtaa Afrikaa magaalaa Finfinnee galma gamtichaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi har’a irraa…
Biyyoonni Miseensa G 7 Zayita Boba’aa Raashiyaarratti qoqqoobbii kaa’aan
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Biyyoonni Miseensa biyyoota Badhaadhanii (G7) Zayitni Boba’aa Raashiyaa gara biyya isaanii akka hin seenne qoqqoobbii kaa’uu dhaga’ameera.…
Raashiyaan guyyaa injifannoo waraana Naazii Jarmanii itti injifatte kabajaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Raashiyaan waggaa 77ffaa guyyaa injifannoo waraana Naazii Jarmanii itti injifatte kabajaa jiraachuu gabaafameera.
Raashiyaan Waraana Addunyaa 2ffaan…
Raashiyaan Yuukreenitti meeshaa waraanaa Niwukleraa fayyadamuuf fedhii akka hin qabne ibsite
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Raashiyaan Yuukreenitti meeshaa waraanaa Niwukleraa fayyadamuuf fedhii akka hin qabne Ministeerri Dhimma Alaa Raashiyaa beeksiseera.
Dubbii Himaan…
Somaaliyaan Waxabajjii 15 filannoo preezdaantummaa akka gaggeessitu beeksifte
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Somaaliyaan yeroo dheeraaf kan dheerate filannoo preezdaantummaa Waxabajjii 15 akka gaggeessitu beeksifteetti.
Paarlaamaan Somaaliyaa guyyaa har’aa akka…