Browsing Category
Idil Addunyaa
Mooskoon sararoota baaburaa Yuukreen meeshaalee waraanaa biyyoota Lixaarraa argatte ittiin…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Mooskoon sararoota baaburaa Yuukreen meeshaalee waraanaa biyyoota Lixaarraa argatte ittiin imaalchifti jette hojiin ala taasisuushe ibsiteetti.
Mooskoon…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa furgugsite
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa gara qarqara Galaanaa Baha Biyyattiitti furgugsuu ibsameera.
Misaa’eelli Kooriyaan Kaabaa…
Uhuuruu Keeniyaatan itti aanaan isaanii aangorraa akka ka’an gaafachuu hordofee gidduu isaanitti…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaatan itti aanaan isaanii Wiiliyaam Ruutoon aangorraa akka ka’an gaafachuu hordofee gidduu isaanitti…
Haleellaawwan shororkeessummaa naannawaa Sahilitti raawwataman hammaachaa dhufe- Antooniyoo…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Haleellaawwan shororkeessummaa naannawaa Sahilitti raawwataman hammaachaa dhufuu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez…
NATOn qocholaa naannawaa Eeshiyaa Paasifikitti taasisurraa akka of qusatu Chaayinaan akeekkachiiste
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – NATOn Awurooppaa naannawaa walitti bu’iinsaa taasisuurra darbee qocholaa naannawaa Eeshiyaa Paasifikitti taasisurraa akka of qusatu Chaayinaan…
Preezdaant Vilaadmiir Putiin biyya waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seenturratti tarkaanfii kan…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Raashiyaan biyya waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seenturratti tarkaanfii kan fudhattu ta’uu Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin…
Raashiyaan gaazii Poolaandii fi Bulgaariyaaf dhiyeessitu adda kutte
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Raashiyaan gaazii Poolaandii fi Bulgaariyaaf dhiyeessitu adda kutuu ishee beeksifteetti.
Dhaabbanni gazii guddichi Raashiyaa Gaazporoom akka…
Mootummaan Ityoophiyaa du’aan boqochuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Maaliin gaddi guddaan itti…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa du’aan addunyaa kanarraa boqochuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Maalii Chaarlas Piitar Moosaan gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibseera.…
Bittaa fi gurgurtaan meeshaa waraanaa idil addunyaa Tiiriyoona 2 darbe
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Biyyoonni idil addunyaa humna waraanaa ijaaruuf baasii kan taasisaan bittaa fi gurgurtaan meeshaa waraanaa bara Faranjoota 2021 rikkardii haaraa…
Ameerikaan deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasiftu dhaabuu qabdi – Raashiyaa
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasiiftu akka dhaabdu Raashiyaan akeekkachiifteerti.
Ameerikaan meeshaalee…