Browsing Category
Idil Addunyaa
Barreessaa Olaanaan DhMG Antooniyoo Guutareez hoggantoota Raashiyaa fi Yuukreen waliin mari’achuuf…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez hoggantoota Raashiyaa fi Yuukreen waliin mari’achuuf ta’uu gabaafameera.…
Hoggantoonni biyyoota Baha Afrikaa humna waraanaa Riippaabilika Diimokraatawaa Koongootti bobbaasuuf…
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Baha Afrikaa rakkoo nageenyaa biyyattiitti mul’atu furuuf humna waraanaa Riippaabilika Diimokraatawaa Koongootti bobbaasuuf walii…
Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawii Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqotan
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Maawii Kiibaakiin addunyaa kanarraa du’aan boqochuu ibsame.
Preezdaantii Keeniyaa 3ffaa fi biyyattii bara faranjootaa…
Hawaasni wayita ayyaana Faasikaa fi Idaal Faxir kabaju balaa tasaarraa of eeggannoo taasisuu…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Oromiyaa Araarsaa Mardaasaan hawaasni wayita ayyaana Faasikaa fi Idaal Faxir kabaju balaa tasaarraa of eeggannoo taasisuu…
Waraana Raashiyaa fi Yuukreen hordofee biyyoonni Lixaa Naayijeeriyaarraa Boba’aa bitachuuf ta’uu…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Waraana Raashiyaa fi Yuukreen hordofee Dippiloomaatoonni Gamtaaa Awurooppaa dhaabbilee Boba’aa mootummaa Naayijeeriyaa waliin sochii eegaluu…
Raashiyaan magaalaa Maaripooliin to’achuu beeksifte
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Raashiyaan magaalaa Maaripooliin guutuumaa guutuun to’achuu beeksifteetti.
Ministirri Ministeera raayyaa ittisa biyyaa Raashiyaa Sargeey Shooyguu akka…
Ameerikaa Bulchiinsa Ariizoonaatti balaa Ibiddaa muudateen manneen 700 ol barbadaa’an
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Kutaa Kaabaa Ameerikaa Bulchiinsa Ariizoonaatti balaa Ibiddaa sababa bubbeen muudateen manneen 700 ol barbadaa’uu ibsameera.
Balaan Ibiddaa Magaalaa…
Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii fi Beeljiyeem ariite
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii 15 fi Beeljiyeem lakkoofsi isaanii hin beekamne ariite.
Dippiloomaatonni kunneen guyyoota lama keessaatti…
Balaan lolaa Afrikaa Kibbaatti miidhaa olaanaa qaqqabsiisee hordofee Labsiin Yeroo Ariifachiisaa…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan torbee darbe balaa lolaa bulchiinsa Kiwaaluuzuu-Naataalitti qaqqabe to’achuuf Labsii Yeroo Ariifachiisaa…
Balaa lolaa Afrikaa Kibbaatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 443 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Guyyoota muraasa dura balaa lolaa Afrikaa Kibbaatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 443 qaqqabuu ibsameera.
Afrikaa Kibbaa bulchiinsa…