Browsing Category
Idil Addunyaa
Turki Iraaqitti duula waraanaa eegaluu gabaafame
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Turki Iraaqitti duula waraanaa eegaluu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa biyyattii beeksise.
Ministeerichi ibsa guyyaa har’aa baaseen duula waraanaa…
Dooniin baqattoota 35 feetee imalaa turte dhidhimuu Dhaabbanni Baqattoota Idil Addunyaa beeksise
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Dooniin baqattoota 35 feetee imalaa turte dhidhimuu Dhaabbanni Baqattoota Idil Addunyaa beeksiseera.
Dooniittin galaana Meeditraaniyaa naannoo qarqara…
Raashiyaan Booris Joonsan dabalatee aanga’oota olaanoo Ingiliz 10 gara biyyashee akka hin seenne…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Raashiyaan Muummee Ministiraa Ingiliz Booris Joonsan dabalatee aanga’oota olaanoo Ingiliz 10 gara biyyashee akka hin seenne dhorkuu gabaafame.
Biyyattiin…
Raashiyaan Giddugala oomisha Miisaa’ela Yuukreen barbadeessuu beeksifte
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Raashiyaan Giddugala oomisha Miisaa’ela Yuukreen dhiyeenya Keeyivitti argamu barbadeessuu beeksifte.
Haleellichi Yuukreen doonii waraanaa Raashiyaa…
Fooramiin Intalajensii Raayyaa Ittisaa Baha Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Fooramiin Intalajensii Raayyaa Ittisaa Baha Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Fooramicharratti Ityoophiyaa dabalatee…
Raashiyaan, Waashingitan deeggarsa waraanaa Yuukreeniif taasistu akka dhaabdu akeekkachiifte
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Raashiyaan, Waashingitan deeggarsa waraanaa Yuukreeniif taasistu akka dhaabdu akeekkachiisuu gabaafame.
Deeggarsa meeshaalee waraanaa Ameerikaa fi…
Dooniin Waraanaa Raashiyaa Galaana Gurraacha keessatti dhidhimte
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Dooniin Waraanaa Raashiyaa Galaana Gurraacha keessatti dhidhimuu gabaafameera.
Dooniin Waraanaa Mooskoov jedhamuun beekkamtu Misaa’eela…
Raashiyaan miseensonni mana maree Ameerikaa fi Kaanaadaa 485 gara biyyashee akka hin seenne dhorkite
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Raashiyaan miseensonni mana maree Ameerikaa fi Kaanaadaa 485 gara biyyashee akka hin seenne dhorkuu beeksifte.
Biyyattiin murtoo kana kan dabarsite…
Wabii Midhaan Nyaataarratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu gaafatame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Maallaqaa Idil Addunyaa Wabii Midhaan Nyaataarratti tarkaanfii ariifachiisaan akka fudhatamuu gaafatan.
Waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen…
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘olola waraanaa haaraatti fudhachaa jira’ – Turki
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Turki Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘ olola waraanaa haaraatti fudhachaa jira’ jechuun akeekkachiifte.
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen…