Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan Doonbaasiin bilisa baasuutti fuulleffachuu aanga’oonni waraanaa biyyattii beeksisan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC)- Raashiyaan Doonbaasiin bilisa baasuutti fuulleffachuu aanga’oonni waraanaa biyyattii beeksisan.
Kaayyoon Raashiyaa inni duraa Doonbaasiin bilisa…
Preezdaant Joo Baayidan biyyoonni lixaa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata akka barbaadan…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan biyyoonni lixaa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata akka barbaadan gaafatan.
Preezdaant Joo Baayidan…
Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa Yuukreen deeggaruuf barfataniiru – Viloodoomiir Zeenaliskii
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa Yuukreen deeggaruuf barfachuu isaanii Preezdaantiin Yuukreen Viloodoomiir Zeenaliskiin dubbatan.…
Biyyoonni Lixaa deeggarsa Yuukreeniif taasisan dabaluuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Biyyoonni Lixaa deeggarsa Yuukreeniif taasisan dabaluuf waliigaluu gabaafame.
Hoggantoonni biyyoota lixaa walga’ii Beeljiyeem Braasalsitti…
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen diinagdee fi siyaasa Afrikaarratti dhiibbaa kan uumu ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen diinagdee fi siyaasa Afrikaarratti dhiibbaa kallattii kan uumu ta’uu Mooskootti Daayreektarri Giddu Gala…
Walga’iin hoggantoota NATO Braasalsitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Waraan Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee ga’ee qaamolee deeggartootaa gamaaggamuurratti kan kaayyeffate walga’iin hoggantoota NATO Beeljiyeem magaalaa…
Naajeeriyaan warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’e hojii eegalchiiste
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Naajeeriyaan warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’e hojii eegalchiisuu gabaafame.
Biyyattiin warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’ee Doolaara…
Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsameera.
Qabeenya Daandii qilleensa bahaa Chaayinaa kan ta’e xiyyaarri…
Preezdaant Zeelaansikii mariiwwan Raashiyaa waliin taasifamuu itti fufuu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Waraanaa Raashiyaa fi Yuukreenin gaggeeffamaa jiru dhaabuu mariiwwan Raashiyaa waliin sadarkaan taasifamaa jiran akka itti fufaan Preezdaantii Yuukreen…
Balaa xiyyaaraa Chaayinaatti mudateen namni lubbuun hafe kan hin jirre ta’uu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Guyyaa kaleessaa baha Chaayinaa naannoo Kibba Gu’aangiizitti xiyyaarri Booyiing 737-800 jedhamu namoota 132 fe’ee imalaa ture kufee namni lubbuun hafe…