Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan yaalii milka’aa Misaa’eeloota Haayparsooniik taasifte
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Raashiyaa Vildaamiir Puutiin biyyi isaanii misaa’eeloota Haaypaarsooniik yeroo 12’f furguggisuun yaalii milka’aa taasisuu ibsaniiru.…
Tamsa’inni Omikiroon dabala dhufuu hordofee biyyoonni sochii kabaja bara haara daangeessaa jiru
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Tamsa’inni Omikiroon dabala dhufuu hordofee biyyoonni sochii kabaja bara haara daangeessaa jiraachuu ibsameera.
Barrii haaraan Faranjootaa wayita…
Baankiin Giddugaleessaa Chaayinaa gadi lakkifama kaarboonii hir’isuuf Doolaara biiliyoona 13 ol…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Baankiin Giddugaleessaa Chaayinaa gadi lakkifama kaarboonii hir’isuuf Doolaara biiliyoona 13 fi miiliyoona 43 ramaduu hogganaan Baankii Giddugaleessaa…
Ministirri Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota afrikaa daawwatu
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota Afrikaa kan daawwatan ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Ameerikaan sababa weerara vaayrasii koroonaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa keesse
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Guyyaan lakkoofsi namoota Covid -19 du'anii hedduun keessatti galmaa’aa kan jiru Ameerikaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa…
Sudaan Kibbaatti lolaa hamaa mudateen midhaan toonii kuma 37 ol barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Sudaan Kibbaatti lolaa hamaa mudateen midhaan toonii kuma 37 fi 624tti tilmaamamu barbadaa’uu dhaabbanni Nyaataa Addunyaa beeksise.
Biyyattiitti caamsaa…
Bara 2021 Jijjiirramni qabeenya qilleensaa namoota miiliyoona 1 ol buqqisuu dhaabbanni tola…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Bara Faranjootaa 2021 jijjiirramni qabeenya qilleensaa buqqaatii namoota miiliyoona 1 oliif sababa ta’uu dhaabbanni tola ooltummaa Kiristiyaanaa ifoomse.…
Preezdaantiin Somaaliyaa Farmaajoon Muummee Ministiraa Roobleen hojiirraa dhorkan
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Somaaliyaa Mohaammad Farmaajoon Muummee Ministiraa biyyattii Mohaammad Huseen Roobleen lafa ummataa faayidaa dhuunfaaf oolchuu fi…
Bara Faranjootaa 2022 diinagdeen addunyaa doolaara Tiiriliyoona 100 akka darbu qorannoon tokko ibse
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Bara Faranjootaa 2022 diinagdeen addunyaa yeroo jalqabaaf Doolaraa Ameerikaa Tiiriliyoona 100 akka darbu Biriitaaniyaatti giddugalli qorannoo Biiznasii fi…
Raashiyaan NATOn adeemsa Dippiloomaasii biroorraatti akka xiyyeeffatu hubachiifte
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - NATOn adeemsa daangaa babal'ifannaa gara Bahaatti taasiisu dhaabuun adeemsa Dippiloomaasii biroorraatti akka xiyyeeffatu Preezdaantiin Raashiyaa vilaadmeer…