Browsing Category
Idil Addunyaa
Qabsaa’aan farra Appaartaayidii Afrikaa Kibbaa Deezmoondi Tuuttuun du’an addunyaa kana irraa…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Qabsaa'aan farra Appaartaayidii Afrikaa Kibbaa fi Abbaan Amantaa Qees, Deezmoondi Tuuttuu du’an addunyaa kana irraa boqotaniiru.
Deezmoondii Tuutuu…
Preezdaant Puutiin dhiibbaa biyyoonni Lixaa Raashiyaa fi Chaayinaarraan ga’an akka dhaaban gaafatan
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin dhiibbaa biyyoonni Lixaa Raashiyaa fi Chaayinaarraan ga’an akka dhaaban gaafataniiru.
Preezdaant Puutiin…
Afrikaa Kibbaatti tatamsa’inni vaayrasii koroonaa Oomiikroon hir’achuu ibsame
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Afrikaa Kibbaatti tatamsa’inni vaayrasii koroonaa Oomiikroon hir’achuu qorattoonni biyyattii beeksisan.
Afrikaa Kibbaatti gosti vaayrasii koroonaa…
Chaayinaan Gamtaa Awurooppaa himatte
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Chaayinaan Gamtaan Awurooppaa dhimma keessoo Hoong Koong seenera jechuun himatte.
Gamtichatti Biiroon ergamaa addaa Chaayinaa akka…
Iraan miisaa’eliiwwan Baalaastikaa fi Kiruuz furguggiste
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Iraan miisaa’eliiwwan Baalaastikaa fi Kiruuz guyyaa kaleessaa furguggisuu beeksiteerti.
Miisaa’eloonni baalaastikii furguggifaman kiiloomeetira kuma 2…
Chaayinaan weerara vaayrasii koroonaa haaraa torban 4 keessatti to’achuu akka dandeessu ibsame
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Chaayinaan weerara vaayrasii koroonaa haaraa torban 4 keessatti to’achuu akka dandeessu ogeessi fayyaa biyyattii ibsan.
Imaammata “zeeroo kooviid”…
Hariiroon Chaayinaa fi Raashiyaa fakkeenya hariiroo idil addunyaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hariiroon Chaayinaa fi Raashiyaa fakkeenya hariiroo idil addunyaa ta’uu ibsameera.
Biyyoonni lameenii hojii weerara vaayrasii koroonaa waliin ittisuu fi…
Chaayinaa fi Faransaay dhiibbaa idaa biyyoota guddinarra jiranii hir’isuuf waloon hojjechuufi
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Chaayinaa fi Faransaay dhiibbaa idaa biyyoota guddinarra jiranii hir’isuuf waloon hojjechuufi walii galuu ibsameera.…
Afrikaan Kibbaa dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa lakkoofsaan heddumaatan galmeessite
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Afrikaan Kibbaa sa’aatii 24 keessaatti dhukkubsattoota vaayrasii koroonaa lakkoofsaan heddumaatan galmeessitetti.
Biyyichatti sa’aatii 24 keessaatti…
Bulchiinsonni Ameerikaa shan bubbee cimaan rukutaman
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Balaa bubbee cimaa bulchiinsoota Ameerikaa shan keessaati qaqqabeen lubbuun namoota 80 darbuun, gandoonni barbadaa’aniiru.
Preezdaantiin Ameerikaa Joo…