Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan dhiibbaa fi sossobbii Ameerikaaf harka kan hin laanne ta’uu ibsite
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Raashiyaan dhiibbaa fi sossobbii Ameerikaaf harka kan hin laanne ta’uu Ittaanaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Sergeey Royaabkoov ibsan.…
Chaayinaan Afrikaa Bahaatti ergaamaa addaa ni muuddi- Waangi Yii
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Chaayinaan Afrikaa Bahaatti ergaamaa addaa kan muuddu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin ibsan.
Biyyattiin rakkoolee nageenyaa…
Chaayinaan qoqqoobbii Eertiriyaarra kaa’amu kamiiyyuu kan mormitu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Zyiin Preezdaantii Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqii waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Farasnsaayitti gosti vaayrasii koroonaa haaraan argame
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Farasnsaayitti gosti vaayrasii koroonaa haaraan argamuu ibsame.
Gosa vaayrasii koroonaa kanaaf maqaa “ B.1.640.2” jedhu kennamuufii ibsameera.
Gosti…
Ministirri Alaa Chaayinaa daawwannaa hojiif Eertitiyaa galan
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Zhiin galgala kana daawwannaa hojiif Eertitiyaa galaniiru.
Ministitichi waayita Asmaraa ga'an Ministira Dhimma…
Ameerikaatti guyyaa tokko qofaan namoonni miiliyoonni 1 ol vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Ameerikaatti guyyaa tokko qofatti namoonni miiliyoonni 1 ol vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii himameera.
Ameerikaan lakkoofsa dhukkubsattoota hedduu…
Biyyoonni Shanan meeshaalee waraanaa Niikleeriin waldorgomuu dhaabuuf walii galan
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Biyyoonni Shanan meeshaalee waraanaa Niikleerii hidhatan meeshichaan waldorgomuurraa of qusachuuf waliigaluu ibsa waloo baasaniin eeraniiru.…
Waraanni Sudaan Ibraahiim Albaadaawii Muummee Ministiraa taasiisuun muuduufi
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Waraanni Sudaan Ministeera Maallaqaa biyyattii duraanii Ibraahiim Albaadaawii Muummee Ministiraa taasiisuun muuduuf ta’uu ibsameera.
Muummeen…
MM Sudaan Abdallaa Hamdook aangoo gadhiisan
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Sudaan, Abdallaa Hamdook aangoo gadhiisan.
Sudaanitti fonqolcha mootummaa gaggeeffame hordofee biyyattiin mormii ummataa fi rakkoo…
Barri haaraan bara waa’ee meeshaa waraanaa Niiwukileerii fi Ameerikaa haasoofnu osoo hin taane…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Barri haaraan bara waa'ee meeshaa waraanaa Niiwukileerii fi Ameerikaa haasoofnu osoo hin taane kan waa'ee warshaa Tiraakteraa fi yuunifoormii barattootaa…