Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan Boombii dahannaa diigu fayyadamuu eegalte
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Ameerikaan Boombii dahannaa cimaa diigu fayyadamuu eegaluu gabaafame.
Ameerikaan, Iraan meeshaalee waraanaa hedduu lafa jalatti dhoksite jechuun…
Iraan haleellaa 100 ol Teel Aviivirratti raawwatte
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Iraan haleellaa deebii Israa’elirratti fudhachaa jirtuun Teel Aviivirratti qiyyeeffannaawwan 100 haleeluu ibsame.
Haleellaan guyyaa kaleessaa…
Isiraa’el Iraan irratti bal’inaan haleellaa bante
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Waraana geggeeffamaa jiruun Isiraa'el Lixa Iraanitti haleellaa bal'aa banuun ishee himameera.
Waraanni Isiraa'el akka beeksisetti, duulli kun…
Xiyyaarri Ameerikaa boba’aa fe’u Iraaqitti kufee caccabe
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Xiyyaarri Waraanaa Ameerikaa boba’aa fe’u Lixa Iraaqitti kufee caccabuun dhagahame.
Xiyyaarri Jeettiiwwan Waraanaaf qilleensarratti boba’aa guutu ‘KC…
Iraaqitti dooniiwwan boba’a fe’an lama irratti haleellaan raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Iraaqitti boombii dooniirratti kiyyeeffameen dooniiwwan boba'a fe'an lama irratti haleellaan raawwatamuu kaampaaniiwwan buufataa beeksisaniiru.…
Saa’ud Arabiyaan Yuukreenirraa farra Diroonii bituuf marii eegalte
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Saa’ud Arabiyaan Diroonota Iraan fashaleessuu kan danda’u farra diroonii Yuukreenirraa bituuf marii eegaluu gabaafame.
Meeshaan kun biyyattii…
Tiraamp gita isaanii Raashiyaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Qaamoleen lamaan dhimmoota…
Hogganaa Hafuuraa haaraa Iraan Moojtaabaa Haameenii
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Haleellaa Misaa'elaa Iraan irratti raawwatameen dhiyenya kana kan ajjeefaman Hogganaa hafuuraa Ayaatolaa Alii Haameenii bakka bu'uun ilmi isaanii…
Walitti bu’iinsa Baha giddugaleessaa wareegamuu hogganaa Afuuraa Ayatoolaahi Alii Kameeniif…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Walitti bu'iinsa Baha giddugaleessaa muudateen hogganaan Afuuraa Iraan Ayatolaa Alii Kameen ajjeefamaniiru.
Walitti bu'iinsi Ameerikaa,…
Ameerikaatti Obomboleettii cimaan cabbii makate muudachuu hordofee balalliiwwan kumni 5 ol haqaman
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Qarqara Galaanaa Baha Ameerikaatti Obomboleettii cimaan Cabbii makate muudachuu hordofee balalliiwwan kumni 5 ol haqamaniiru.
Kunis lammiilee…