Browsing Category
Idil Addunyaa
Zimbaabweetti balaa lolaa mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 109 darbe
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Zimbaabweetti Balaa lolaa rooba cimaa roobe hordofee mudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 109 darbuu gabaafameera.
Namoota 61 irra ammoo miidhaan…
Hariiroo biyyoota BRICS cimaa dhufe…
Finfinnee, Amajjii 13, 2018 (FMC) – Hojiileen waggoottan darban Raashiyaan hojjette biyyoota miseensaa garichaa gidduutti hariirroon akka cimu dandeessiseera.
Hojiileen dippiloomaasii…
Chaayinaan bara Faranjootaa 2025 seenaa keessatti galii alaa olaanaa argatte
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Chaayinaan bara Faranjootaa 2025 seenaa keessatti galii alaa olaanaa argadheera jette.
Biyyattiin bara xumurame kana Doolaara Tiriliyoona 1 ol galii…
Balaa Ibidda Bosonaa Awustiraaliyaatti bosona lafa hektaara kuma 300 fi kuma 50 ol irra ture…
Finfinnee, Amajjii 3, 2018 (FMC) –Ibiddi Bosonaa Kibba Baha Awustiraaliyaatti mudate bosona lafa hektaara kuma 300 fi kuma 50 ol irra ture barbadeesseera.
Manneen jireenyaa fi gamoowwan 300…
Mootummoonni Gamtoomanii baajata idileef Doolaara biiliyoona 3.45 raggaasise
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) –Yaa’iin Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii baajata idilee 2026’f Doolaara biiliyoona 3.45 raggaasiseera.
Biyyoonni miseensa Mootummoota Gamtoomanii 193…
Iraaq Qorrii fi Cabbii hamaan mudate
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Kaaba Iraaq bulchiinsa Eerbiilitti Cabbii cimaan roobe miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu gabaafame.
Cabbii cimaa roobeen namoonni 19 achi buuteen isaanii…
Ayyaana Qillee Kutaalee Addunyaa garaagaraatti…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC )- Guyyaan dhalachuu Iyyesuus Kiristoos ( qilleen Faranjootaa) kutaalee addunyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Ayyaanni Qillee…
Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du’an
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti mudateen du'uu Ministirri Muummee Liibiyaa beeksisan.
Jeneraal Mohaammad Alii Ahimad al-Haddad fi…
Jaappaan wiirtuu maddi anniisaa Niwukalarii addunyaarratti guddaadha jedhame hojii eegalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) - Jaappaan wiirtuu madda anniisaa Niwukalarii addunyaarratti guddaadha jedhame waggoota 15 booda irra deebiin hojii eegalchiisuufi.
Jaappaan bara…