Browsing Category
Idil Addunyaa
Magaalaa guddittii Hindii Newuu Dalhiitti sababa faallama qilleensaan dhaabbileen barnootaa akka…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa guddittii Hindii Newuu Dalhiitti sababa faallama qilleensaan manneen barnootaa fi Koollejjoonni akka cufaman murtaa’uu ibsameera.
Hojjettoonni…
Miidiyaaleen biyyoota Lixaa ilaalcha dogoggoraa Afrikaaf qabu- Preezdaant Uhuuruu Keeniyaataa
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Miidiyaaleen biyyoota Lixaa ilaalcha dogoggoraa Afrikaaf qabu jedhan Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan.
Gabaasni dhaabbilee miidiyaa biyyoota…
Daldalli Chaayinaa Afrikaa baatiwwan duraa 9 riikkardii haaraa galmeesse
Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Daldalli Chaayinaa Afrikaa Amajjii – Fulbaana 2021tti Doolaara Biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 85.2 ga’uun riikkardii haaraa ta’uun galmaa’eera.
Kan…
Raashiyaan tattaaffii Ankaaraan Jeettii waraanaa haaraa oomishuuf taasiftu deeggaruuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Raashiyaan tattaaffii Ankaaraan Jeettii waraanaa haaraa dhaloota 5ffaa oomishuuf taasiftu deeggaruuf qophii ta’uu beeksifteerti.
Miseensa NATO kan taate…
Raashiyaan farra Misaa’eelaa S – 400 jedhamu Hindiif erguu eegalte
Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) –Raashiyaan farra Misaa'eelaa S - 400 jedhamu Hindiif erguu eegaluu beeksiifte.
Niwuu Deelhiin dhimmicha waliin walqabatee qoqqoobbii Ameerikaarraa irra…
Awurooppaatti weerarri Covid -19 haalaan babal’achaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Awurooppaatti weerarri Covid -19 haalaan babal’achaa jiraachuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Lakkoofsi namoota dhibichaan lubbuu dhabanii % 10…
Miidhaa jijjiirrama qabeenyi qilleensaa Biyyoota Guddinarra jiran irra ga’u hir’suuf deeggarsi…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Miidhaa jijjiirama qabeenyi qilleensaa Biyyoota guddinarra jiran irra ga’u hir’suuf deeggarsi Doolaara miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 50 taasifamuu…
Chaayinaan qajeelfamoota ittisa vaayrasii koroonaa hanga 2022 itti fufuufi
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Chaayinaan qajeelfamoota ittisaa fi to’annoo vaayrasii koroonaa hanga 2022 itti hojiirra akka oolchitu beeksifteetti.
Itti aanaan qajeelcha…
Aljeeriyaan daldala Boba’aa gara Moorookootti ergitu dhaabde
Finfinnee, Onkololeessa 22,2014 (FBC) – Aljeeriyaan daldala Boba’aa Ujummoon gara Moorookootti ergitu dhaabuu beeksiifte.
Sababa Waldhabdee biyyoota lamaan gidduutti uumameen…
Hammi hoo’inni addunyaa Digirii seelsheesii 2.7 dabaluu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Hammi hoo’inni addunyaa Digirii seelsheesii 2.7 dabaluu Dhaabbannii Mootummoota Gamtoomanii ibseera.
Dhaabbata Mootummoota…