Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaant Raamaafoosaan waltajjii dimookiraasii Ameerikaan qopheessiteerratti akka hin hirmaanne…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaan waltajjii dimookiraasii Ameerikaan qopheessiteerratti akka hin hirmaanne ibsameera.
Preezdaantichi…
Diimookiraasiin Dhugaa kan dagaagu giddu seentummaan dhaabbachuun ummanni ofiif abbaa Diimookiraasii…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Diimookiraasiin Dhugaa kan dagaagu giddu seentummaan dhaabbachuun ummanni ofiif abbaa Diimookiraasii yoo ta’e qofa jedhan Ministir Dhimma Alaa Chaayinaa…
Ameerikaatti diimookiraasiin dhundhula adeemaa jiraachuu qorannoon ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Ameerikaatti diimookiraasiin dhundhula adeemaa jiraachuu qorannoon gaggeeffame ifoomse.
Chaayinaa Yuunvarsiitii Reenmiinitti…
Akaakuun vaayrasii koroonaa haaraan ‘Omiikiroon’ jedhamu hanga ammaatti biyyoota 40…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Akaakuun vaayrasii koroonaa haaraan 'Omiikiroon' jedhamu hanga ammaatti biyyoota 40 keessatti argamuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Dhaabbanni…
Chaayinaa fi Afrikaan tumsa Jijjiirama qabeenya qilleensaarratti waloon hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Chaayinaa fi Afrikaan tumsa Jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf waliin hojjechuuf walii galuu ibsame.
Fooramii Ministiroota 8ffaa tumsa Chaayinaa-…
Hariiroon chaayinaa fi Raashiyaa sadarkaa olaanaan guddachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Hariiroon chaayinaa fi Raashiyaa sadarkaa olaanaan guddachuu Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin ibsan.
Preezdaant Puutiin hariiroon biyyoota…
Tumsii fi michummaan Chaayinaa-Afrikaa cimee itti fufeera-Shii Jiinpiing
Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Tumsii fi michummaan Chaayinaa-Afrikaa cimee itti fufeera jechuun preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing ibsaniiru.
Yaa’iin Ministiroota…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gosti vaayrasii koroonaa ‘Oomiikroon’ jedhamu daraan hamaa ta’uu ibse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Gosti Covid -19 ‘Oomiikroon’ jedhamuu daraan hamaa ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseera.
Gosti vaayrasichaa haaraan ‘Oomiikroon’ jedhamu…
Ostiriyaan tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabaluu hordofee sochiirra dhorkii keesse
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)-Ostiriyaan tamsa’inni vaayarsii koroonaa dabalaa dhufuu hordofee sadarkaa biyyoolessaatti sochiirra dhorkii kaa’uu beeksifteetti.
Dhorkiin sochii kun…
Afrikaa Bahaatti hongee cimaan muudachuu akka danda’u DhMG fi IGAD hubachiisan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Afrikaa Bahaatti hongee cimaan muudachuu akka danda’u Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa akeekkachiisa laatan.…