Browsing Category
Idil Addunyaa
Taayiwaanitti balaa ibiddaa gamoo tokkorratti qaqqabbeen lubbuun namoota 46 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Kibba Taayiwaanitti gamoo darbii 13 qabu keessatti ibidda ka’een yoo xiqqaate namoonni 46 du’uun, hedduun madaa’uu isaanii anga’oonni biyyatti himan.…
Preezdaantiin Turkii dilbata dhufurraa eegalee biyyoota Afrikaa 3 ni daawwatu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayip Erdoogaan dilbata dhufu irraa eegalee biyyoota Afrikaa 3 ni daawwatu jedhameera.
Biyyoonni kunneenis Angoolaan,…
Chaayinaatti balaa lolaa muudateen namoonni miiliyoonni 1.6 ol buqqaa’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Bulchiinsa Kaabaa Chaayinaa naannoo Shaanshiitti Rooba cimaa Roobeen namonni miiliyoona 1.6 ol ta'an qa'ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa'uu ibsameera.…
Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara kana gaazexeessitoota lamaaf laatame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara kana gaazexeessitoota Maariyaa Riisaa fi Diimitrii Muraatov jedhamaniif laatameera.
Maariyaa Riisaa gaazexeessituu…
Sudaan Kibbaatti balaa lolaa mudateen namoonni 6000 ol rakkoof saxilaman
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Sudaan Kibbaatti balaa lolaa mudateen namoonni 6000 ol rakkoof saxilamuu ibsameera.
Biyyattiitti baatii Caamsaa irraa eegalee balaa lolaa babal’achaa…
Abdurazaak Gurnah Noobeelii bara 2021 badhaafamaan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Barreessaan biyya Taanzaaniyaa Abdurazaak Gurnah damee ogbarruutiin Noobeelii bara 2021 badhaafamuu ibsameera.
Gurnahaan barreeffamasaa dhiibbaa…
Sudaan Kibbaa fi Ugaandaan Viizaa lammiilee giddugaleessarraa turanii hambisan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Sudaan Kibbaa fi Ugaandaan Viizaa lammiilee giddugaleessarraa turanii hambisuu ibsaniiru.
Ugaandaan kana dura baatii Fulbaana gaaffii Viizaa kan…
Maark Zuukerbarg adda cituu Feesbuukii fi miidiyaalee hawaasummaa biroof dhiifama gaafatan
Finfinnee,Fulbaana 25, 2014 (FBC) –Hojii gaggeessaa olaanaan Feesbuukii Mark Zuukerbarg eda galgala adda cituu Feesbookii, Inistaagraamii, Waatsaappii fi Miiseenjariif dhiifama…
Kooriyaan kaabaa yaalii Misaa’eela Farra Xiyyaaraa haaraa taasiifte
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) - Kooriyaan kaabaa guyyaa kaleessaa yaalii Misaa’eela Farra Xiyyaaraa haaraa taasiisuu ibsameera.
Yaaliin kun baatii tokko keessatti yaalii…
Preezdaantii Faransaay duraanii Saarkooziitti hidhaan murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Preezdaantii Faransaay duraanii Niikolaa Saarkooziitti adabbiin hidhaa murtaa’eera.
Preezdaantichi duula filannoo bara 2012 gaggeeffameen kara seeraan…