Browsing Category
Idil Addunyaa
Waliigalteen Ameerikaa fi Taaliibaan kufaatii Afgaanistaan ariifachiiseera – Aanga’oota…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Waliigalteen Ameerikaa fi Taaliibaan kufaatii Afgaanistaan kan ariifachiisuu Aanga’ootni Ameerikaa ibsan.
Taaliibaan Afgaanistaan…
Preezdaant Bilaadmiin Puutiin Xaayib Rajiib Ardoohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Raashiyaa Bilaadmiin Puutiin gita isaanii Turkii Xaayib Rajiib Ardoohaan waliin dhimmoota murteessoo ta'anirratti mari'ataniiru.
Haala…
Preezdaantiin Tuuniiziyaa biyyattiitti dubartii jalqabaa Muummee Ministiraa muudan
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Erga aangoo qabatanii naannoo baatii lamaa kan ta’an Preezdaantiin Tuuniiziyaa Kaayis Saa’iid biyyattiitti dubartii jalqabaa Naajilaa N Roomdaan Muummee…
Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela Haawuusoong 8 jedhamu furgugsite
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela Haawuusoong 8 jedhamu milkiin furgugsuu beeksiifte.
Misaa’eelli kun karoora waraanaa waggaa 5 keessaa isa tokkoo fi…
Aljeeriyaan talaallii Vaayrasii Koroonaa oomishuu eegalte
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Aljeeriyaan har’aa eegaltee talaallii Vaayrasii Koroonaa “siinoovaak” jedhamu oomishuu eegaluu ibsame.
Biyyattiin…
Joo Baayiden dhalataa Kaameeruun CDC Afrikaa hogganaa turaniif muudama kennan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayiden Dooktar Joon Nikengasongi sagantaa fayyaa baajata guddaa qabu dhibee HIV ittisuuf hundaa’e Pepfar jedhamu akka…
Faallama Jijjiirrama qabeenya qilleensaan dhufu hir’isuuf deeggarsa proojektiiwwan dhagaa cilee nan…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Faallama Jijjiirrama qabeenya qilleensaan dhufu hir’isuuf deeggarsa maallaqaa proojektiiwwan dhagaa cileef taasiftu dhaabuuf ta’uu Chaayinaan…
Yaaliin fonqolochaa mootummaa Sudaan irratti gaggeeffame fashala’e
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Yaaliin fonqolochaa mootummaa Sudaan irratti gaggeeffame fashala’uu miidiyaan biyyatti gabaaseera.
Miidiyaalee garaagaraatin gabaafamaa kan jiru…
Baqattoonni Sudaan Kibbaa 50 galaanaa Meeditraaniyaaniitti dhidhiman
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Baqattoonni Sudaan Kibbaa 50 galaanaa Meeditraaniyaaniitti dhidhimuun lubbuun isaanii darbeera.
Aanga’oonni Sudaan akka himaniitti baqattoonni kunneen…
Chaayinaan mirga misoomuu Raashiyaanotaa kan deeggartu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Chaayinaan mirga misoomuu Raashiyaanotaa kan deeggartu ta’uu beeksisuun ibsame.
Filannoo injifachuu Paartii Tokkummaa Raashiyaa hordofee Raashiyaanonni…