Browsing Category
Idil Addunyaa
Hayitiitti Kirkira lafaa muudateen lubbuun namoota kuma 2tti hiiquu darbe
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Hayitiitti Kirkira lafaa muudateen lubbuun namoota kuma 1 fi 941 darbuu ibsame.
Biyyattiitti Kirkirri lafaa Reektar Iskeelii 7.2 ta’e galmaa’uu…
Filannoo Preezdaantummaa Zaambiyaan Kaadhimamaan Paartii morkataa injifate
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Filannoo Preezdaantummaa Zaambiyaatti gaggeeffameen Kaadhimamaan Paartii morkataa Hakaayindee Hiichiileemaan injifatan.
Filannoo…
Kirkira lafaa Hayitiitti mudateen namoonni 304 du’an
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Kirkira lafaa cimaa Haayitii rukuteen, yoo xiqqaate namoonini 304 du’aniiru jedhame.
Balaa qaqqabeen namoonni 1800 ol madaa’aniiru.
Sanbata ganama…
Hidhattoonni Taalibaan magaala guddoo Afgaanistaan to’achuutti dhiyaatan jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Hidhattoonni Taalibaan magaala guddoo Afgaanistaan to'achuutti wayita dhiyaatan loltonni Ameerikaa dippiloomaatota baasuuf Kaabul galaa jiru jedhameera.…
Preezdaantiin Madaagaaskar Ministiroota hunda gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Preezdaantiin Madaagaaskar Andii Raajooliinaan Ministiroota hunda gaggeessuun dhaga’ame.
Preezdaantichi sababa maaliif Ministiroota hunda…
Zaambiyaatti filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Zaambiyaatti guyyaa har’aa filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Komishiniin Boordii Filannoo Zaambiyaa filannoo haqa…
Chaayinaa fi Raashiyaan leenjii loltummaa waloo baldhaa taasisaa jiru
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Chaayinaa fi Raashiyaan leenjii loltummaa waloo baldhaa taasisaa jiru jedhameera.
Leenjii waloo mata duree ‘tumsaa-2021’ jedhu kun miseensoonni…
Chaayinaan deeggarsa talaallii Covid -19f taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Chaayinaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota garaagaraaf deeggarsa talaallii Covid -19f taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifte.…
Vaayrasiin Iboolaan wal fakkaatu ‘Marburg’ jedhamu Giinii keessatti argame
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Vaayrasiin Iboolaan wal fakkaatu 'Marburg' jedhamu Giinii keessatti namarratti argameera.
Aanga'oonni fayyaa Giinii Lixa Afrikaatti yeroo jalqabaaf…
Keeniyaa fi Somaaliyaan hariiroo isaanii fooyyeessuuf walii galan
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Keeniyaa fi Somaaliyaan hariiroo Dippiloomaasii, Daldalaa fi waloo bara dheereef laafee ture fooyyeessuuf walii galaniiru.
Waliigalteen kun marii waloo…