Browsing Category
Idil Addunyaa
Gamtaan Afrikaa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona dhibba 2 miiliyoona 20 biyyoota…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Gamtaan Afrikaa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona dhibba 2 miiliyoona 20 biyyoota miseensaaf raabsuu eegaleera.
Gamtichi talaallii…
Sudaan miseensa Mana Murtii yakkaa Idila addunyaa ta’uuf
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Sudaan miseensa Mana Murtii yakkaa Idila addunyaa ta'uufi jedhame.
Kaabineen mootummaa ce'umsaa Sudaan wiixinee seeraa miseensa Mana Murtii yakkoota…
Hojjettoonni lubbuu baraaraan baqattoota 700 ol galaanaa ce’anii imalaa turan baraaraan
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Hojjettoonni lubbuu baraaraan baqattoota 700 ol galaanaa ce’anii imalaa turan baraaraaniiru.
Baqattoota 700 ol qarqaraa Libiiyaa fi…
Jaappaan Tookyootti guyyaa tokkootti namoonni kumni 3 ol vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Qopheessituun dorgommii olompiikii kan taatee Tookyootti guyyaa tokkootti namoonni kumni 3 fi 177 vaayrasii koroonaatin qabamuusaanii abbaa taayitaa…
Tuuniziyaatti weerara Covid -19 walqabatee mormii ka’een Muummeen Ministiraa biyyattii aangoo gadi…
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Tuuniziyaatti weerara Covid -19 walqabatee mormii ka’een Muummeen Ministiraa biyyattii aangoo gadi dhiisuu isaanii ibsame.
Weerara vaaryrasii…
Isiraa’eel Gamtaa Afrikaa keessatti iddoo Taajjabdummaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Isiraa’eel Gamtaa Afrikaa keessatti iddoo Taajjabdummaa argachuu ishee ibsame.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Isiraa’eel Yaayir Laappiid…
Chaayinaatti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 25 darbe
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Balaa lolaa giddugala Chaayinaa bulchiinsa Heenanitti muudateen lubbuun namoota 25 darbuu ibsameera.
Balaa lolaa buchiinsa Heenaanitti…
Hokkora Afrikaa Kibbaa bulchiinsa Kuwaazuuluu Naataal keessatti muudateen qofa qabeenyi Doolaara…
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Hokkora tibbana Afrikaa Kibbaa bulchiinsa Kuwaazuuluu Naataal keessatti muudateen qofa qabeenyi Doolaara biiliyoona 1 ta'u barbadaa'uu ibsameera.…
Ameerikaan garee shororkeessaa riphaa Alshabaabirratti haleellaa qilleensaa raawwatte
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Ameerikaan garee shororkeessaa riphaa Alshabaabirratti haleellaa qilleensaa raawwachuu ibsameera.
Garee Al Shabaab Al Qaayidaa waliin…
Kallattii hundaan galma biyya Sooshaalistii ammayyaa ijaaruu ni milkeessina – Preezdaant Shii…
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Chaayinaan kallattii hundaan galma biyya Sooshaalistii ammayyaa ijaaruu milkeessuuf ni hojjetti jedhan Preezdaantiin Chaayinaa Shii…