Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan waggaa 20 booda guutumaan guutuutti Kaabuul gadhiiftee baate
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Xiyyaarri Ameerikaa isheen dhumaa buufata xiyyaaraa Kaabul keessaa baateerti jedhame.
Turtiin Ameerikaa Afgaanistaan waggaa 20 booda goolabameera…
Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban waloon eeguuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Ugaandaa fi Sudaan Kibbaa daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban waloon eeguuf waliigalaniiru.
Biyyoonni lamaan daandiiwwan rakkoo nageenyaa qaban…
Haleellaan hammaatus Ameerikaan lammiileeshee Afgaanistaanii baasuu kan itti fuftu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Haleellaan boombii loltoota Ameerikaa 13 dabalatee namoota 90 galaafatus, Ameerikaan lammiilee ishee baasuu kan itti fuftu ta’uu Preezdaantiin Ameerikaa…
Liigiin Arabaa waliigalteen dhibuu Aljeeriyaa fi Moorokoo gidduutti mudatee akka furamuu waamicha…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Liigiin Arabaa waliigalteen dhibuu Aljeeriyaa fi Moorokoo gidduutti mudatee akka furamuu waamicha dhiyeesseera.
Kibtaxa darbee Aljeeriyaan gama…
Ilaalchi siyaasaa preezdantii Chaayinaa sirna barnootaa keessa galee kennamuufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) - Chaayinaan ilaalcha siyaasaa preezdantii biyyattii Shii Jinpiing sirna barnootaa keessa galchuun sadarkaa tokkoffaarraa eegalee akka kennamu taasiisuuf…
Buqqaatoonni marsaa jalqabaa Afgaanistaan Ugaandaa ga’an
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Buqqaatoonni marsaa jalqabaa Afgaanistaan 51 Ugaandaa ga’aniiru.
Buqqatoonni marsaa jalqabaa Afgaanistaan Xiyyaara dhuunfaan har’a ganama…
Sooriyaan qoqqoobbiin biyyoota Lixaan irra kaa’ame akka ka’uuf gaafatte
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Biyyoonni Lixaa Qoqqoobbii Sooriyaarra kaa’aan akka kaasaan Af Yaa’iin Paarlaamaa Sooriyaa Hamuuddaa Saabbaahii gaafataniiru.
Saabbaahiin…
Balaa lolaa Teenasiitti qaqqabeen lubbuun namootaa 22 darbe
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Ameerikaa Teenasii keessatti balaa lolaa qaqqabeen yoo xiqqaate lubbuu namoota 22 darbeera.
Gartuun lubbuu baraartotaa Kawuntii Hamfiriis…
Yuugaandaan eeyyamaa waaldaalee Siiviikii 50 ol dhorkite
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Yuugaandaan eeyyamaa dhaabbilee miti mootummaa 50 ol dhorkuun ishee dhaga’aameera.
Waaldaaleen siiviikii dhorkamaniis seeraa fi hojimataa mootummaan…
Naayijeeriyaan kadhaa fi daldala daandii irraa dhorkite
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Naayijeeriyaatti mootummaan naannoo Leegoos kadhaa karaarraa dhorkuu ibsame.
Mootummaan naannichaa rakkoo kana dhaabsisuuf garee addaa hundeessee…