Browsing Category
Idil Addunyaa
Rookkeettin Chaayinaa guddichi Hawwaarraa gara lafaatti ni kufa jedhamee eegama
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)-Rookkeettin Chaayinaa guddichi Loong Maarch 5B jedhamu Hawwaarraa ariitiin gara lafaatti dhufaa jiraachuu himameera.
Gara lafaatti yeroo kufuu naannoo kam…
Hinditti torbee tokko keessatti namoonni miiliyoonni 1.7 vaayrasii koroonaan qabamu ibsame
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Hinditti torbee tokko keessatti namoota miiliyoona1.7 vaayrasii koroonaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 15 fi 100 darbuu Ministeerri Fayyaa…
Weerarri vaayrasii koroonaa Hindi Keeniyaatti muul’ate
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) –Keeniyaatti namoota 5 irratti vaayrasii koroonaa Hindi muul’achuu dhaga’ameera.
Ministeerri Fayyaa Keeniyaa akka ibsetti vaayrasichi saamudaa namootaarra…
Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 12 ol koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 12 fi 262 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota kuma 3 fi 980 darbuu…
Fuulli Feesbuukii Donaald Tiraamp ittifame akka turu murtaa’e
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) Fuulli Feesbuukii Pirezidaantii Amerikaa duraanii Donaald Tiraamp ittifame akka turu boordiin walabaa to'annoo qabiyyee Feesbuukii murteessera.…
Harrii Maalaawii gara bifa magariisaati jijjiiramaa jira
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Lammiileen Maalaawii bifa jijjiirachu hara Maalaawii yaaddo itti ta’eera.
Muummeen misooma qurxummii biyyatti haalichi yaaddessaa waan ta'ef…
Preezdaant Isaayyaas Afawarqiin gara Sudaan imalan
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin daawwannaa hojii guyyoota 2f gara Sudaan imalaniiru.
Jilli preezdaantichaan durfamuu Ministira dhimma alaa…
Koongoon weerara Iboolaa to’annaa jala oolchuu beeksifte
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Dimookiraatik Rippaabiliik Koongoon weerara Iboolaa to’annaa jala oolchuu beeksifteetti.
Biyyattitti bara Faranjoota 2018 hanga 2020tti iboolaadhaan…
Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefaman
Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefamuu dhaga’ameera.
Dhiha naannoo Taahowaatti haleellaa qaqqabeen kanneen lubbuun isaanii…
Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 4 ol koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Hinditti sa'aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 4 ol vaayrasii koroonaan kan qabaman yoo ta'u, lubbuun namoota kuma 3 fi 689 darbeera.…