Browsing Category
Idil Addunyaa
Hinditti sa’aatii 24 darbetti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 86 ol koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Hinditti sa’aatii 24 darbetti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 86 fi 452 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.…
Turkii yeroo jalqabaatif guutuummaa guutuutti sochii dhorkuufi
Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Turkii sababa weerara vaayrasii koroonaatif yeroo jalqabaatif guutummaa guutuutti sochiirra qoqqoobbi kaa’uufi jedhame.
Mootummaa Biyyatti weerara…
Preezdaantiin Soomaaliyaa yeroo aangoo dheereeffatanii turan haqan
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahii Foormaajoon yeroo aangoo dheereeffatanii turan haquun filannoon akka gaggeeffamu waamicha dhiyeessan.…
Ameerikaan lammiileen talaallii guutuu fudhatan haguuggii fuulaa malee akka socho’an eeyyamte
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Ameerikaan lammiileen talaallii guutuu fudhatan haguuggii Afaanii fi funyaanii malee akka socho’an eeyyamteerti.
Lammiileen talaallii guutuu…
Hinditti sa’aatii 24 keessatti vaayrasii koroonaan lubbuun namoota kuma 3 fi 293 darbe
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoota kuma dhibba 3 fi kuma 60 ol vaayrasii koroonaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 3 fi 293 darbuu…
Preezdaantiin Taanzaaniyaa sirreeffamtoota seeraa kuma 5 oliif dhiifama taasisaan
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suhuuluu kabajaa guyyaa tokkummaa sababeeffachuun namoota mana amalaa sirreessaa keessaa turan kuma 5 oliif dhiifama…
Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 52 ol vaayrasii koroonaan…
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Indiyaatti guyyoota shaniif walitti aansuun lakkoofsi namoota guyyaa tokkotti vaayrasii koroonaan qabamanii akka addunyaatti isa olaanaa ta'e galmaa’e.…
Barri aangoo preezdaantichaa dheerachuun walqabatee Moqaadishootti walitti bu’insi eegale
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Barri aangoo Preezdaantii Somaaliyaa Mahaammad Abdulaahi Mahaammad/Formaajoo/ dheerachuun walqabatee Moqaadishootti walitti bu’insi eegale.…
Afrikaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 4.5 darbe
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 4.5 darbeera.
Biyyattittii lakkoofsi namoota vaayrasiichaan qabamanii aariitiin…
Iraaqitti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbe
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)-Iraaq magaalaa Guddoo Baagidaaditti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibidda qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbeera.
Balaan ibiddaa kun 'oxygen tank'…