Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan Dippiloomatoota Rippaabliika Cheekii 20 ariite
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Cheek Sanbata darbe dippiloomatoota Raashiyaa 18 arii’uushee hordofee Raashiyaanis dippiloomatoota Rippaabiliika Cheek 20 arii’uun deebii…
Raashiyaan dippiloomaatoonni Ameerikaa 10 Mooskoo akka ba’an ajeejje
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Raashiyaan dippiloomaatoonni Ameerikaa 10 Mooskoo akka ba'an ajeejuu ishee ibsame.
Dippiloomaatoota 10 Mooskoo akka ba'an ajeejamaniin ala aanga'oonni…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3 caale
Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Weerarri dhibee vaayrasii koroonaa erga muul’atee hanga ammaatti addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid -19 du’anii miiliyoona 3 caaleera.
Hanga…
Hinditti guyyaa tokkootti namoota kuma dhibba 2 olirratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) - Hinditti yeroo jalqabaaf guyyaa tokkootti namoota kuma dhibba 2 fi 739 olirratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiise.…
Preezdaantiin Soomaaliyaa seera bara hojiisaanii dheeressuuf ba’e mallatteessan
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahi Farmaajoon seera ergama preezdantummaasaanii waggaa lamaaf dheeressuuf ba'e mallatteessaniiru.…
Jibuutiitti Bidiruun dhidhimuun lubbuun godaantota 34 darbuu ibsame
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Jibuutiitti Bidiruun dhidhimuun lubbuun godaantota 34 darbuu Dhaabbanni Godaantoota Idil-Addunyaa ibse.
Qarqara galaana Jibuutiitti Bidiruun…
Iraan Israa’eel irratti tarkaanfii deebii fudhadhaa jechuun akeekkachiste
Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)-Israa’eel buufata niwukilaraa Iraan irratti haleellaa raawwachuushee hordoofee tarkaanfii deebii akka fudhattu beeksiftee.
Ministeerri Dhimma Alaa Iraan…
Somaaliyaan talaallii vaayrasii koroonaa kuma 200 fudhatte
Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)-Somaaliyaan talaallii vaayrasii koroonaa kuma 200 Chaayinaarraa fudhatteetti.
Siinoofaarm kan jedhaamu talaalliichi Ministirri Ministeera Fayyaa…
Taanzaniyaa fi Ugaandaan Ujummoo Boba’aa waloon diriirsuuf walii galan
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) - Taanzaniyaa fi Ugaandaan Ujummoo Boba’aa hin calalamnee Kiiloo Meetiraa kuma 1 fi 442 dheeratu waloon diriirsuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Filannoo preezdantummaa biyya Jibuutiitti taasifame preezdantiin biyyattii bulchaa jiran…
Finfinnee, Eebla 2, 2013 (FBC)- Filannoo preezdantummaa biyya Jibuutiitti taasifame preezdantiin biyyattii bulchaa jiran Ismaa'il Omaar Giile yeroo shanaffaaf injifataniiru.…