Browsing Category
Idil Addunyaa
Taanzaniyaa fi Ugaandaan Ujummoo Boba’aa waloon diriirsuuf walii galan
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) - Taanzaniyaa fi Ugaandaan Ujummoo Boba’aa hin calalamnee Kiiloo Meetiraa kuma 1 fi 442 dheeratu waloon diriirsuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Filannoo preezdantummaa biyya Jibuutiitti taasifame preezdantiin biyyattii bulchaa jiran…
Finfinnee, Eebla 2, 2013 (FBC)- Filannoo preezdantummaa biyya Jibuutiitti taasifame preezdantiin biyyattii bulchaa jiran Ismaa'il Omaar Giile yeroo shanaffaaf injifataniiru.…
Bulchiinsi Joo Baayidaan Filisxeemootaaf deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 2 fi…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidaan deeggarsa Filisxeemootaa addaan cite ture itti fufsiisuuf Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 2 fi…
Diinagdeen addunyaa bara 2021 % 6 guddina ni agarsiisa – Dhaabbata Maallaqaa Idila Addunyaa
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Diinagdeen addunyaa bara Faranjootaa 2021 keessa kan dandamatu ta’uu Dhaabbanni Maallaqaa Idila Addunyaa beeksiise.
Dhaabbatichi gabaasaa haaraa…
Biraazilitti sababa vaayrasii koroonaan guyyaa tokkootti namoonni kuma 4 fi 195 lubbuun darban
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) -Biraazilitti sababa vaayrasii koroonaann guyyaa tokkootti namoonni kuma 4 fi 195 lubbuun darbaniiru.
Hoospitaalonni biyyatti namoota vaayrasichaan…
Naayijeeriyaatti sirreeffamtoonni amala sirreessaa kuma 1 fi 800 mana amala sirreessaa keessaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) –Hidhattoonni Naayijeeriyaa mana amala sirreessaa irraan miidhaa geessisuun walqabatee sirreeffamtoonni amalaa kuma 1 fi 800 miliquun ibsame.…
Balaa lolaa Indooneezhiyaatti mudateen lubbuun namoota 70 ol darbe
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) –Balaa lolaa fi sigiga lafaa Dilbata kaleessaa Indooneezhiyaa fi Baha Tiimoritti mudateen lubbuun namoota 70 ol darbeera.
Biyyoota Baha Eeshiyaa ollaa…
Hinditti guyyaa tokkotti Covid -19 namoota kuma dhibba 1 ol irratti argame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) - Hindi guyyaa tokkotti vaayrasiin koroonaa namoota kuma dhibbi 1 ol irratti argamuu beeksiifte.
Biyyattiitti guyyaa tokkotti namoonni…
Xaaliyaan sabaaba weerara covid-19n irra deebiin sochii uggarte
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC)- Xaaliyaan lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii heddummaachaa waan dhufeef biyyattitti uggura sochii cimaa keesse.
Xaaliyaanitti weerarri…
Balaa baaburaa Taayiwaanitti mudateen yoo xiqqaate namootni 48 du’an
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Taayiwaanitti geejjiba baaburaa namoota gara 500 qabatee ture irratti balaa ga’een yoo xiqqaate namootni 48 du’anii, hedduun madaa’aniiru.
Balaan…