Browsing Category
Idil Addunyaa
Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaan qaban miiliyoona 33 caale
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaan qaban miiliyoona 33 caale.
Sadarkaa idil addunyaatti namoonni vaayrasii koroonaa qabaman miiliyoona 33 ol…
Yuukreen keessatti balaa Xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namoota 22 darbe
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) –Yuukreen keessatti balaa Xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namoota 22 darbe.
Xiyyaarri waraanaa Antoonoovii-26 jedhamu balaan caccabuu kan dhaqqabe Baha…
Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koronaan qabamani hir’achaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koronaan qabamani hir’achaa jira jedhame.
Ogeessoonni Dhaabbata Fayyaa Adduunyaa sababa tatamsa’inni…
Preezdantiin Maalii haaraan kan mootummaa ce’umsaa Baah Ndaaw waadaa galuun aangoo fudhatan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Preezdantiin Maalii haaraan kan mootummaa ce'umsaa Baah Ndaaw waadaa galuun aangoo fudhatan.
Maaliin preezdantii ishee duraanii Buubakar Keeyitaa…
Preezdantiin Afrikaa Kibbaa siidaan appaartaayidiif dhaabame akka buqqifamu ajajan
Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Preezdantiin Afrikaa Kibbaa siidaan appaartaayidiif dhaabame akka buqqifamu ajajan
Preezdantiin Afrikaa Kibbaa Siiyiriil Ramafoosaan biyyasaanitti…
Kooriyaan Kaabaa qondaala Kooriyaa Kibbaa ajjeefteef dhiifama gaafatte
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) –Kooriyaan Kaabaa qondaala Kooriyaa Kibbaa ajjeefteef dhiifama gaafatte.
Hoggaanaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun ajjeecahaa qondaala Kooriyaa…
Akka idil Addunyaatti namoonni 120 ol qoricha sobaa karaa Intarneetiin gurguruun to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC)- Akka idil Addunyaatti namoonni 120 ol qoricha sobaa karaa Intarneetiin gurguruun to’ataman.
Akka idil-Addunyaatti namoonni 120 ol qoricha sobaa karaa…
Anga’aan Kooriyaa Kibbaa ‘Kooriyaa Kaabaatiin ajjeefamuun gubame’
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FBC) – Anga’aan Kooriyaa Kibbaa ‘Kooriyaa Kaabaatiin ajjeefamuun gubame’.
Anga’aan Kooriyaa Kibbaa tokko loltoota Kooriyaa Kaabaatiin ajjeefamuun…
Saa’ud Arabiyaan imalli kadhannaa Umiraa Fulbaana 24 eegalee kan jalqabamu ta’uu murteessite
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) – Saa’ud Arabiyaan hordoftoonni biyyattii imala kadhannaa Umiraa Fulbaana 24 irraa eegalee gaggeessuu akka danda’an eeyyamte.
Biyyattiin sababa…
Torbee darbe lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii daraan dabalus, lakkoofsi namoota…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2013 (FBC) - Torbee darbe lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii daraan dabalus, lakkoofsi namoota vaayrasichaan du’anii hir’achuu Dhaabbanni Fayyaa…