Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaantiin Maalii Buubaakaar Kiiyyeettaan erga loltootaan too’annoo jala oolanii aangoo gadhiisuu…
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Maalii Ibraahiim Buubaakaar Kiiyyeettaan erga humna waraanaan too’annoo jala oolanii aangoo gadi dhiisuu isaanii ifoomsan.
Preezdaant…
“Tiraamp waan jedhe nama hin raawwanne sammuun darbeedha” Misheel Obaamaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – “Tiraamp waan jedhe nama hin raawwanne sammuun darbeedha” Misheel Obaamaa
Kaleessa warri demokiraatotaa jila guddaa godhatanii dhimmoota jajjaboo…
Haleellaa Moqaadishootti qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbe
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Magaalaa guddoo Soomaaliyaa Moqaadishootti haleellaa Hooteelarratti raawwatameen lubbuun namoota 16 durbuu himame.
Haleellaa qaqqabe…
Ameerikaatti hammi hoo’aa daraan olaanaa ta’e galmaa’uu himame
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ameerikaatti hammi hoo’aa akka addunyaatti isa olaanaa ta’uu danda’u galmaa’uu himame.
Ameerikaa bulchiinsa Kaaliifoorniya Paarkii Deez…
Ameerikaatti lakkoofsi namoota koroonaatin lubbuun isaanii darbe kuma dhibba 1 fi kuma 70 darbe
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii darbe kuma dhibba 1 fi kuma 70 darbe.
Lakkoofsi namootaa kaleessa…
Niwuzlaand sababa weerara vaayrasii koroonaan filannoo dheereessite
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Niwuzlaand Jacinda Ardern weerarri Covid-19 irra deebiin muul’achuu isaan filannoon torbee 4f akka dheeratu labsaniiru.…
Sudaanitti balaa lolaan lubbuun namoota 65 darbe
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Sudaanitti robaa cimaa fi balaa lolaa qaqqabeen lubbuun namoota 65 yoo darbu, manneen kumni 14 ol ammo barbada’uu mootummaan biyyatti beeksise.…
Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni 294,000 COVID-19 qabaman
Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Adduunyaarratti sa’a 24 darbee keessatti namoonnii 294,000 vaayrasii koroonaan qabamuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.
Lakkoofsichiis olaanaa…
Ministeerri Fayyaa Raashiyaa talaalli Covid-19 haaraa argatan oomishuu akka eegalan ibse
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Raashiyaa talaalli Covid-19 haaraa argatan oomishuu akka eegalan ibse.
Minsiteerri kun ibsa baaseen xumura ji'a kanaarratti talaalliin…
Ameerikaan qoqqobbii meeshaa waraana Iiraan irra kaa’ame akka dheeratuuf yaada murtoo dhiyeesite…
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Ameerikaan qoqqobbii meeshaa waraana Iiraan irra kaa’ame akka dheeratuuf yaada murtoo dhiyeesite kufaa ta’e.
Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata…