Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Walitti hidhamiinsa diinagdee nageenyaa fi tasgabbii akkasumas tasgabbii naannawicharratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia