Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Tasfaayee Beeljigee sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaatti Pirezidaantii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa ta’uun moggaafaman

Finfinnee, Fulbaana 22, 2019(FMC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Yaa’ii hundeeffamaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jiruun Dooktar Tasfaayee Beeljigee sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaatti Pirezidaantii Naannichaa gochuun moggaaseera.

#Ethiopia #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #Mul’ataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.