Ispoortii
Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigii Saa’udii ta’uufi
Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Liigii Proo Saa’udii keessatti bara dorgommii 4ffaa dabarsaa kan jiru Kiristiyaanoo Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigichaa ta’uuf fiixerra gaheera.
Dursaan liigichaa Al Naasir har’a falmiin morkataa isaa Al Hiilaal waliin taasisu ni eegama.
Al Naasir tapha har’a halkan sa’aatii 3:00 eegalee…
Read More...
Nageellee Arsii 3 – 0 Dirre Dhawaa
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan Nageellee Arsiin Dirre Dhawaa injifachuun morkii waancaa cimsate.
Galchiiwwan Daawiit Tafarraa, Daawiit Mallasaa fi Kabbee Buzunaan…
Fiigicha Maaraatoonii Moorookootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Fiigicha Maaraatoonii Moorookoo Magaalaa Raabaatiitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru.
Dorgommii Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen Atileeti Bokii…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan har'a taphoonni 2 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Madin Itiyoophiyaan Istaadiyeemii Finfinneetti…
Baarsaloonaan Shaampiyoonaa Laaligaa Ispeen Ta’e
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Baarsaloonaan shaampiyoonaa dorgommii Laaligaa Ispeen bara 2025/26 ta'uu isaa mirkaneeffateera.
Sagantaa tapha Laaligaa torban 35ffaa halkan sa'aatii 4:00 irratti Eel Kilaasikootti gaggeeffameen,…
Weest Haam 0 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Arsenaal Weest Haam Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0’n injifateera.
Bu’aa kana hordofees qabxii isaa gara 79’tti guddifachuun garaagarummaa qabxii Maanchistar…
Barnileey fi Astonviilaan qixa bahan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Barnileey fi Astonviilaan galchii 2 fi 2’n qixa bahaniiru.
Taphoota sa’aatii walfakkaataa sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatamaniin Nooteenghaam Foorestiifi…