Ispoortii
Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame.
Notingahaam Forest galchii 3 fi 1'n Cheelsii injifateera.
Sababa kanaan Cheelsiin carraan hirmaannaa waltajjii awurooppaa argachuuf qabu dhiphateera.
Notingahaam Forest ammoo sodaa gara…
Read More...
Eevertan VS Maanchisteer Siitii…
Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Tapha Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaan Maanchisteer Siitiin dirree isaan ala Eevartan waliin ni morkata.
Maanchiister Siitiin, tapha galgala kanaa dabalatee taphoota qixxeessituu lama kan of…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 26, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan har’a waaree booda sa’aatii 7:00 jalqabee Walaayittaa Diichaan Istaadiyeemii Magaalaa…
Maanchistar Yuunaayitid 3- 2 Liivarpuul
Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 35ffaan Maanchistar Yuunaayitid Liivarpuuliin galchii 3 fi 2’n injifateera.
Bu’aa kana hordofee bara dorgommii itti aanuutti Maanchistar Yuunaayitid Shaampiyoonsi…
Maanchisteer Yuunaayitiid vs Liivarpuul…
Finfinnee, Ebla 25, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaan Maanchister Yuunaayitiid dirree isaa Ooltraafoorditti Liivarpuul ni keessummeesa.
Tapha har’a Sa'aatii11:30 irratti taphatamuun, gama Maanchiister…
Arsenaal 3 – 0 Fuulhaam
Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) –Arsenaal Fuulhaam injifachuun garaagarummaa Maanchiister Siitii waliin qabu gara qabxii 6tti bal'ifate.
Tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0'n…
Falmii murteessaa shaampiyoonummaaf taasifamu…
Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 35ffaan morkiin Arsenaal Fuulhaam waliin taasisu ni eegame.
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree boodaa sa’aatii 11:00 eegalee…