Ispoortii
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Taphoota waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 2:00 eegalee morkiin Seeneegaal Ijipti waliin taasiiftu ni eegama.
Biyyoonni lamaan taphoota kanaan dura waliin taphatan 7 keessaa Seeneegaal yeroo 3 yoo injifattu,…
Read More...
Niwukaasil Yuunaayitid Maanchistar Siitii waliin…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Tapha marsaa jalqabaa walakkaa xumraa Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliziin har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid fi Maanchistar Siitiin waliin taphatu.
Shaampiyoonaa dorgommichaa bara darbee kan ta’e…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa irratti hirmaate…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa Ameerikaa Filooriidaatti gaggeeffame irratti hirmaateef simannaan taasifameera.
Sagantaa simannaa kanarratti Ministira…
Yaavii Aloonsoon Riyaal Maadriid waliin gargar bahe
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Leenjisaan Riyaal Maadriid Yaavii Aloonsoon kilabicha waliin gargar bahuu ifoome.
Tapha waancaa Suupar Kaappii Ispeenirratti Baarseloonaan galchii 3 fi 2'n injifatamuu hordofee kilabichaan gargar bahuutu…
Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorookoon geggeeffamaa jiruun tapha nuusa xumuraan Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2 fi O'n injifatteetti.
Galgala sa'aatii 1:00 irratti tapha taphatameen…
Morookoo 2-0 Kaameeruun
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0'n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarteerti.
Tapha sa'aatii 4 irraa eegalee taphatame…
Taphoonni nuusa xumuraa waancaa Afrikaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoonni nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 35ffaa har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee Maaliin Seeneegaal waliin morkatti.
Biyyoonni lamaan taphoota kana dura waliin taphatan 7…