Ispoortii
Atileetikoo Maadriid 1 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa Shampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal Atileetikoo Maadriid waliin qixa bahe.
Tapha marsaa jalqabaa har'a taphatameen Arsenaal Atileetikoo Maadriid galchii tokko qixa baheera.
Viiktor Yookereesh daqiiqaa 44' irratti, Arsenaaliif, akkasuma Alvaareez daqiiqaa 56ffaarratti Atileetikoo…
Read More...
Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dhawaa qixa bahan
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dhawaa galchii 1 fi 1’n qixa bahaniiru.
Tapha Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Tekinooloojii Adaamaatti…
Atleetiko Maadrid fi Arsenaal – Tapha Guddaa Eegamu
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC)- Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa galgala har’aa itti fufee gaggeeffama.
Sa’aatii 4:00 irratti Atleetiko Maadrid istaadiyeemii Riyaad Eer Meetiroopolitaanitti kilaba Ingilaand…
PSG 5 – 4 Baayerni Muunik
Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan PSGn Baayerni Muunik injifateera.
Tapha diraamaa guddaan irratti mul'ate kanaan PSGn galchii 5 fi 4'N Baayerni Muunik injifateera.…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa tapha walakkaa xumuraa marsaa jalqabaan morkiin har’a PSGn Baayerni Muunik waliin taasisu ni eegama.
Taphni walakkaa xumuraa marsaan jalqabaa kun har’a halkan sa’aatii 4:00…
Maanchiister Yuunaayitiid vs Bireentifoordi …
Finfinnee, Ebla 19, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliiz torbee 34ffaan Maanchiister Yuunaayitiid dirree isaa irratti Bireentifoordi ni keessumeessa.
Hirmaannaa Shaampiyoonsii liigii Awurooppaa argachuuf morkachaa kan jiru…
Bunni Itoophiyaa Qiddus Giyoorgisiin 3 fi 1’n injifate
Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha itti guutinsaa CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 20ffaan Bunni Itiyoophiyaa Qiddus Giyoorgisiin 3 fi 1'n injifateera.
Tapha sa'aatii 9 irratti Istaadiyeemii Finfinneetti geggeeffame…