Ispoortii
Atileetonni bebbeekamoon dorgommii ‘Addis Ababa Grand Prix’ 2026 irratti hirmaatan Finfinneetti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Atileetonni bebbeekamoon dorgommii atleetiksii guyyaa tokkoo ‘Addis Ababa Grand Prix’ 2026 irratti hirmaatan Finfinneetti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Atileetonni kunneen Paarkii Ispoortii Addis, Yaadannoo Injifannoo Adwaa fi misooma qarqara lagaa kan daawwatan yoo ta’u seenaafi miidhagina magaalaa akka argan…
Read More...
Liivarpuul fi Aston Viilaan morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 33ffaan Liivarpuul fi Aston Viilaan morkattoota isaanii injifataniiru.
Darbii Marsiisaayidiin Eevartan waliin kan taphate Liivarpuul galchii 2 fi 1’n injifateera.…
Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu…
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii ammayyaa magaalaa Keenyatti hojjetaman beekamtii biyyi keenya damee atileetiksiin qabdu irra deebiin mirkaneessuuf carraa uuma jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Tapha Maanchistar Siitii fi Arsenaal….
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 33ffaan taphni har’a galgala Maanchistar Siitiifi Arsenaal sa’aatii 12:30 irraa eegalee taphatan haalaan eegama.
Waggoota sadan darban dorgommiiwwan liigichaa sadarkaa…
Itoophiyaan Dorgommii Atleetiksii Idil-addunyaa Sadarkaa ‘Warqee’ Qopheessuuf Filatamte
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Itoophiyaan dorgommii atleetiksii idil-addunyaa dhaabbanni Atleetiksii Addunyaa (World Athletics) sadarkaa 'Warqee' kennuuf akka qopheessituuf filatamteetti.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Dorgommiin Finfinnee Giraandi Piriiksi injifannoo atileetota Itiyoophiyaan cimee itti fufeera
Finfinnee, Ebla 10, 2018(FMC)- Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii Finfinnee Giraand Piriiksi irratti injifannoo galmeessisuu cimsanii itti fufaniiru.
Dorgommii fiigicha meetira 1500 dubartootaan atileet Adaanuu Shaanqoo daqiiqaa 4:16.04n…
Dorgommiin Atleetiksii Guyyaa Tokkoo geggeeffame Maqaa Gaarii Itoophiyaa Irra deebiin Mirkaneesseera…
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, dorgommiin atleetiksii guyyaa tokkoo idil-addunyaa (Addis Ababa Grand Prix) maqaa gaarii Itoophiyaan damee atleetiksiitiin qabdu irra deebiin…